Your cart is currently empty!
Kibba Lixaa Shawat Waajjir M/A/Ammayyaa Seektaroota isaa jala jiruf bara bajata 2018 calbasii bittaa meesha marsa 1ffaa Bittaa Uccuu Seera, Bittaa meesha Barreessa, Bittaa Meesha qulqulina,Bittaa Gomma konkolata fi Gomma Motorotaa,Bittaa Meesha Dhabbi, Bittaa Meesha Elekitiroonkis fi Meesha Ijarsa calbasii ifaa biyyaa keessa wali_dorgomsise bittu barbada
Kallacha Oromiyaa(Aug 21, 2025)
Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።
Caalbasii Bittaa Meeshaa Marsaa 1ffaa
Kibba Lixaa Shawat Waajjir M/A/Ammayyaa Seektaroota isaa jala jiruf bara bajata 2018 calbasii bittaa meesha marsa 1ffaa Bittaa Uccuu Seera, Bittaa meesha Barreessa, Bittaa Meesha qulqulina,Bittaa Gomma konkolata fi Gomma Motorotaa,Bittaa Meesha Dhabbi, Bittaa Meesha Elekitiroonkis fi Meesha Ijarsa calbasii ifaa biyyaa keessa wali_dorgomsise bittu barbada.
Ulgaa guutate Dhufu qaban.
1. Eyyama Daldala Gosa meeshatin kan qabu.
2. Gibira Mootumma kan kaffale Eeyyama isaa kan haroomse.
3. VAT fi TIN Lak_ittin galma’e raga kan dhiyyeefatu
4. Lakk(1) tokko guubat kan ibsamee waraqaa Eyamaa daldala koopi duraa fi dubaa ta’e orjinala fi koopii kan dubifamu ta’u qaba.
5. Kabachisaa Calbasii Lotii lotidhaan qarshi 2,000(kuma lama) Banki beekama irra CPO Sanada wajjin dhiyyeefachu kan danda’u
6. Mayikiro inter_piraz xixiqaa hara’a yoo ta’e kabachisaa calbasii lotii lotidhan qarshi 2,000(kuma lama)bakka isaa Wajjira isaa gurmeesse irra xalayaa beekamit barreesisfate sanadan wali- qabsisee dhiyyefachu bakka fi teesso ibsu Lak EMEL ykn Bilbila wajjira Irrat galchun nu dhiyyeessu kan danda’u.
7. Calbasii gufachisuu kan dhiyyatuu gara funduratis ta’e calbasii kami irratu akka hin dorgomne ni tasifama.kabachisni calbasii qabsisee mootummadha galii ta’a. (ni dhalama)
8. Dorgoman calbasii teessoon isaa ifaatii beekamu qaba.calbasiin gazeexan kalacha Oromiyaatiin erga maxxanfamee ba’e booda guyyootaa 15(kudha shan)guyyaa hojii mootumma qileensa irra ola.
9. Dorgoman kamiyu gafa guyya 16ffaa_bara 2017 ganama keessa anga sa’at 4:30 qofati sanada bittaate qoopheefatee sanduqa kana qoopha’et galchuu danda’a.guyyuma sana gafa guyyaa – 16ffaa calbasiin kan banamu guyyaa 05/01/2018 keessa sa’at 7:30 irrat cufame guyyumaa sana sa’at 8:00 bakka dorgomtoon ykn bakka butoon jiraanit ni banama.
10. Dorgomtoon meesha ittin dorgoman Samudaa isaa ittoo calbasiin hin banamni dursan wajjiricha dhiyyeessu qaba.inii gubati ibsame akuma jirutti ta’e meesha meesha samuda dhiyyeessu hin dandenye yoo ta’e footoodhan deegarame dhiyyachu danda’a.
11. Akkuma Lakk-9,fi 10 irratti ibsame kan guute hin dhiyyeefane dorgom keessa ni haqama.Erga calbasiin baname Yaada jijiru,sanada fooyesu,keessa ofii basun hin danda’amu.dorgoman calbasii sanada dhiyyeefatu chappa fi mallatto dorgoma irrati ta’u qaba.
12. Sanada dorgoma irratti haqaa fi laqaa qabachu hin qabu. Dogogoran yoo haqame mallattoo irra ka’u qaba.Meesha qulqulina isaa egate orjinala dhiyyeessu qabu.
13. Meesha Ispeecifikeeshin wajjir dhiyyeefate gaddi yoo ta’e fudhatama hin qabu.Dorgoman sanada Meesha dhiyyeessu Gosa Meesha,Bayina omisha isaa,Lakk Moodela fi Bara Omisha isaa ibsamu qaba.
14. Dorgoman meesha mo’ate kibba lixa shawa Wajjira M/ A/ Ammayyaa Maagalaa Gindooti Geejiba isaatin wajjira dhiyyeessun dirqama.
15. Sanadnii calbasii kan gurguramu Ki/lixa shawa A/Ammayyaa Wajjira M/A/A Biroo Lak 8tti bittachu dandeessu.kan bittaan loti lotiidhan qarshi 500(dhibba Shan) kan hin deebine banki daldala Itoophiyt galchun Naga’e nu dhiyyeesse fudhachu danda’a.
16. Calbasiin erga baname xumurame Ifaat kan maxxanu ta’a.Mo’ata beeksisuf sanadaa calbasii irrat EMEL fi FAX sanadan waliqabate dhiyyachu qaba.
17. Dorgoman kamu dorgoma biraa irrat hirkate dhiyyachuu hin qabu.sanadni calbasii ifaa yoo ta’u bate gafate ibsaa argachu qaba.
18. Dorgoman erga dorgome mo’achu isaa beeksifame bayina mi’a gatii ittoo hin jijirin mo’ata irra 20% hirisun ni danda’ama. Dorgoman wali-galte dhiyyeessi dhiyyatee mallatteessun dirqama. Ta’u banan calbasii keessa ni haqama.
19. Sandin calbasi kan dhiyyatu gati meesha fi kan ittin geejibsisu dabalateti sanduqa kana qoopha’et galun dirqama dorgoma calbasiti.
20. Ulagalee kana keessatti tumame meeshale caqafame dhiyyeessun dirqama ta’u isaa beekkee dorgomit seenu qaba.kana ta’u banan kabachisin calbasii mootummadha gali ta’a.
21. Dorgoman tokko meesha irraatti mo’ate wali_gala erga dhiyyeessee Malaqni isaa kaffalamaf.kana ta’u banan meesha irratti dorgome harcasun ni dhiyyeessa tanan kabachisin calbasi ni dhalama.mayikiro_interpirayiz yoo ta’e dhaaban gurmese hordofin itti tasisun kisara seektara san ni kaffalaf. Waajjirichi filanoo bira yoo argate walaka isaa ykn wali_gala haqu ni danda Ibsaa dabalataf Lakk. Bilbila 0113150306 ykn 0997010484
Shawaat Kibba Lixaa W/M/A/Ammayyaa Gindoo