Your cart is currently empty!
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Furii mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Kallacha Oromiyaa(Sep 04, 2025)
ከስር የተቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ። Please read the detailed instructions below.
Caalbaasii
Himataan Bawuqatuu Sibahaat Warqali’uulifi himatamtuun Aadde Itaaganyi Addunyaa gidduu falmii raawwii qabeenya dhaalaa jiru ilaalchisee mana jireenyaa Kutaa 6 qabu Kutaa Magaalaa Furii Aanaa Gadaa Faajjii keessatti ballina M² 123 irratti argamu gatii ka’umsa caalbaasii qarshii 329,039.25tiin gaafa 16/01/2018 sa’aatii 4:00 – 7:00tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni dorgommuun bitachuú barbaaddan ¼ CPO baankitti qabsiisuun dorgomuu kan danderssan ta’uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Furii