Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Luugoo mana jireenyaa gurguruu barbadaa


Kallacha Oromiyaa(Sep 04, 2025)

ከስር የተቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ። Please read the detailed instructions below. 

Caalbaasii

R/Himataan Obbo Yoonaas Hayiluu fi R/himattuun Aadde Buziyyee Marshaalloo gidduu lixxuun Dubree Hayimaanoot Hayiluu falmii H/Hawaasaa raawwachiisaa jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Luugoo Aanaa Migiraa keessatti maqaa Hayiluu Xilaahuniin galmaa’ee ballina M² 330 irratti argamu gatii ka’umsaa caalbaasii qarshii 923.104tiin caalbaasiin gaafa 10/01/2018 sa’aatii 2:30 – 6:30 adeemsifamuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan guyyaafi sa’aatii jedhametti iddoo manichi itti argamutti dhihaattanii ka’umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiistanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Luugoo

 


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *