Your cart is currently empty!
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Waajjirri Maallaqaa Godina Baalee Bahaa Moo Manneen Barnoota Sadarkaa Iffaa Aanoota Gammoojji Godina Baalee Bahaa keessatti argamaniif Aanaa Sawweenaa, Aanaa L/hidhaa, Aanaa Raayituu, Aanaa Daawwee Saraarii fi Aanaa Dawwee Qachaniif Bittaa Nyaata Barattootaa fi Zeeytaa Nyaatas bara baajata 2018tiif Ooluu Dhabbata Ulaagaa gaafatame guutuu dandayaan irraa mala bittaa caalbaasii ifaa baasuun Wal-dorgomsiisee bituu barbaada
Kallacha Oromiyaa(Oct 16, 2025)
ከስር የተቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ። Please read the detailed instructions below.
Beeksisaa Caalbaasii Ifaa
Beeksisaa Caalbaasii Ifaa Bittaaa Nyaata Barattootaa fi Zeeytaa Nyaataa Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Waajjirri Maallaqaa Godina Baalee Bahaa Moo Manneen Barnoota Sadarkaa Iffaa Aanoota Gammoojji Godina Baalee Bahaa keessatti argamaniif Aanaa Sawweenaa, Aanaa L/hidhaa, Aanaa Raayituu, Aanaa Daawwee Saraarii fi Aanaa Dawwee Qachaniif Bittaa Nyaata Barattootaa fi Zeeytaa Nyaatas bara baajata 2018tiif Ooluu Dhabbata Ulaagaa gaafatame guutuu dandayaan irraa mala bittaa caalbaasii ifaa baasuun Wal-dorgomsiisee bituu barbaada
Ulaaga Dorgoommii
- Galma’aa VAT kan ta’e fi Lakk TIN kan qabu ragaa dhiheeffachu kan danada’uu
- Haayyama daldalaa gosaa hojii irraatti dorgomuu kan qabu fi bara hojii 2018tiif hayyama isaa kan haaroomsiise/ yoo hin haarawoomsiin Sabaaba hin haarawomsiniif ragaa dhiheessuu kan kan dandayu.
- Waraqaa Ragaa dhihheessummaa kan qabu.
- Galmee dhiheesuummaa keessatti kan galmaa’ee ragaa dhiheeffachuu kan danada’uu.
- Gibira Bara 2017 Kan Kaffalee fi xumuruu isaatiif kiliraansii dhiheessuu kan danda’u.
- Yuuniyeenii, Waldalee hojii Gamtaa Federeshinii ulaagaa gaafatamee guutan 5. dorgomuu ni dandayu.
- Waraqaa qaama seerummaa haaroomfame kan qabu (Yuuniyeenii, Waldalee hojii Gamtaa,Federeshinii)
- Haaluma qajeelfamaatiin VAT funanamee walakkaa/7.5 muree hanbisuuf eyyamama kan ta’e /kan hin muruu taanaan ragaa qaama ilaallaturraa dhiheeffachu kan danda’uu.
- Dorgomaan sanada caalbasii hard koppii (Barrefamaan jiru) gaafa caalbaasiin bahee irraa kaasee haanga guyyaa hojii 15ffaatti ragaa qabuu koppii isaa dhiheeffachuun yeroo hojii mootummaatti Waajjira Galii Godina Baalee Bahaa irraa qarshii 500 (dhibba shan) hin debine kaffaluun bitachuu danda’aa..
- Dorgomaan injifataa ta’uun isaa erga ibsamee fi ajajanni bittaa kennamee booda guyyaa hojii kudhan (15) keessatti manneen barnoota Ganada Aanoota bittaan kun hayyamameefi Godinichaa keessatti argaman Geejiba isaatiin fe’iinsa fi korsiisaa dabalatee geessuu kan dandayu.
- Kabachiisa Caalbaasii CPO qar. 500,000 (Kuma Dhibbaa Shan) maqaa waajjira Maallaqaa Godiina Baalee Bahaatin dalagsiisuun postaan addatti Samsamee harkatti qabatee dhihaassuu qaba.
- Dorgomaan dorgommidhaaf dhihaatu ragaa Teeknikaala Orjiinaala chaappaa isaatiin kan harawoomfame) fi ragaa Tecknikaala Koppii isaa kophaa kophatti gagaan saamsudhaan chaampaa, maqaa dhaabbataa, mallatoo Lakk. Bilbila isaanii fi iddoon dhaabbani isaanii itti argamu gutuun deebisuu qabu.
- Dorgomaan ragaa Faayinaanshiyaala Orjinaala fi koppii isaa gara garatti gagaan saamsuun gatii meeshaa haqamaa fi laaqaamaa tokkoo malee gutuun chaampaa , maqaa dhaabbtaa, mallatoo,Lakk. bilbila isaani fi iddoon dhaabbam isaani itt argamu gutuun deebisuu qabu.
- Guyyaan sanada dorgommii ittin dhihaatu /sanduqin caalbaasii cufamu/ guyyaa becksifni bahe irra kaasee guyyaa hojii 16ffa ganama sa’aatii 3:30 ta’e, kan banamu ganama gaafuma sana sa’aatii 4:00 irratti Waajjira Maallaqaa Godiana Baalee Bahan kutaa lak 8 bakka dorgomaan / bakka bu’aan seera qabeessaa argameetti,koree xiinxala caalbaasii bittaa meeshaa,Odiitarri Keessaa fi bakka bu’aan mana hojii Caalbaasiin qophaaheef argamanitti caalbaasiin ifatti ni banama
- Guyyaan sanadni caalbaasi banamu guyyaa hojii ta’uu banana guyyaa hojii ittii anuitti kan banamu ta’aa.
- Sanadni dorgommii erga sanduqni caalbaasii saamsamee dhihaatu kamu fiadhatama hin qabu
- Dorgomaan injifataa ta’eef kabachiisa walii galtee %10 (kudhan) CPO aajaja bittaa keessaa qabsisuudhaaf feedhi kan qabu.
- Sanada yaada dorgommii irratti gatiin gutamee sirreessuuun hin danda’amu.
- Dorgonitoorini kan dorgomu danda’uu haala haayyama daldala qabaniin qofaan ta’ee kan dorgomuus haala hayyama daldala qabaniin ta’a.
- Dorgomaan Konkoolaataan fe’iinsaa 8(Saddeet) tii fi isaa ol ragaa Abbaa gabiyys (Libree) ykn Waliigaltee Abbaa qabeenyaa waliin mallattahee dibekan dandahu
- Musanoo bi Nyaats barattootaas dhiheessuu kan qabu fi dhiheessuu issan raga dhiheeffachuu kan dandayu
- Daakuun (CSB) Boqqoolloo 60% fi Qamadii 40% erga Walitti Makame Mikkalam Roobaan hin Müdhamneetti dhiheessuf wyyaas kan tabe
Habachisaa
- Wajijirri bittaa raawwatu dorgomicha gutumaan guututti / gar tokkeen hangudhaaf mirga ni qabu
- Dogmaan sa harhaachisau sanada caalbaasti keessatii argachuu nidanda’aa
- Waraqaa Emmaa National ID Kan gabu.
- kaffaltiin kan raawwatamu haala waligaleetiin nyaataa bitamu iddoo mana banumsa gandati dhihessee Moodeela 19niin galii godhee Dispaachii fi nagahee gabeessaa waliin yeroo dhibcensuu ta’a
Odeeffannoo Dabalataaf Lakk. Blas 0913810062, 0910373081yka 0917557727
Waajjira Maallaqaa Godina Baalee Bahaa