Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Dhaddacha Dhaabbii Bahaa Gamoo Abbaa Darbii lamaafi lafa jala tokko B+G+2 gurguruu barbadaa


Kallacha Oromiyaa(Oct 16, 2025)

ከስር የተቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ። Please read the detailed instructions below. 

Caalbaasii Marsaa 1ffaa

R/himataa Siisaay Yaadateefi R/himatamtoonni Sisaay Jambar, Immabeet Siyyuum, Heelan Katamaafaa N – 3 jidduu falmii siivilii waa’ee raawwachiisaa murtii jiru ilaalchisee qabeenya murtiin abbaa idaa kan ta’e Gamoo Abbaa Darbii lamaafi lafa jala tokko B+G+2) ta’e, Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaatti Bulchiinsa Aanaa Badhaatuu keessatti ballina M2 262.30 irratti argamu Lakk.Kaartaasaa 2323/2001 ta’e, maqaa Obbo Hayiluu Sabsibee jedhamuun galmaa’ee beekkamu,tilmaama gatii ka’umsa caalbaasii qarshii 7,534,837tiin gaafa 08/03/2018 sa’aatii 2:30 hanga sa’aatii 4:00tti caalbaasii ifaa ta’een waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan ka’umsa caalbaasii 1/4 ykn qarshii 1,883,709.25 Baankii Siinqeetti CPO qabsiisuun ykn cheekii baankiidhaan mirkanaa’e dhiyeessuufi waraqaa eenyummaa keessan ibsu qabachuun sa’aatii 2:30 irraa eegaluun galmooftanii bitachuu kan dandeessan ta’uu mana murtii ajajeera. 

Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Dhaddacha Dhaabbii Bahaa.


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *