Mana Murtii Aanaa Adaamaamana jireenyaa gurguuruu barbadaa


Kallacha Oromiyaa(Oct 23, 2025)

Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።

Caalbaasii

Murti Abbaa Mirgaa Obbo Birhaanuu Shimallis N-2 fi M/A/Idaa Obbo Ayyaalewu Warquu jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa kuta lama Magaalaa Awaash Malkasa’aa Ganda 01 keessatti maqaa duutuu Aadde Almaaz Damiseetiin galmaa’ee ballina M² 200 irratti argamu, lakk.kaartaasaa 10/1096/94/197/97 ta’e, gatii ka’umsa caalbaasii qarshii 1,064,259n gaafa 08/03/2018 sa’aatii 3:00 – 6:30tti caalbaasii ifaan waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka’umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuudhaan bakka manichi argamutti guyyaafi sa’aatii jedhametti qaamaan argamuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ni beeksisa.

Mana Murtii Aanaa Adaamaa


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *