Your cart is currently empty!
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Luugoo mana jireenyaa gurguruu brbadaa
Kallacha Oromiyaa(Oct 23, 2025)
Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።
Caalbaasii
M/A/Mirgaa obbo Yoonaas Hayiluufi M/A/Idaa Aadde Buziyyee Marshalloofi jidduu lixuu Hayimaanot Hayiluu jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Luugoo Aanaa Migiraa keessatti ballina M² 330 irratti maqaa Obbo Hayiluu Xilaahuunitiin galmaa’ee argamu, gatii ka’umsa caalbaasii qarshii 923,104tiin gaafa 13/03/2018 sa’aatii 2:30-6:30tti caalbaasii ifaan waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka’umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuufi waraqaa eenyummaa qabachuun iddoo mannichi argamu Magaalaa Adaamaa Aanaa Migiraatti guyyaafi sa’aatii jedhametti qaamaandhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Luugoo