Your cart is currently empty!
Mana Murtii Ol’aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Kallacha Oromiyaa(Oct 23, 2025)
Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።
Caalbaasii
Raawwiin himataan Obbo Kabbadaa Hirphasaafi Raawwiin himatamaan Obbo Seenaaf Dhaabasaa jidduu falmii raawwachiisaa murtii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Kutaa Shan qabu, Magaalaa Walisoo Ganda Ejersaa keessatti ballina M² 561 irratti argamu, qabeenyummaan isaa kan Murtii Abbaa Idaa kan ta’e, gatii timaama ka’umsa caalbaasii qarshii 2,816,546.88n gaafa 08/03/2018 sa’aatii 3:00 – 6:30tti waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan kabachiisa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol’aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa