Your cart is currently empty!
Mana Murtii Ol’aanaa Magaalaa Adaamaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Kallacha Oromiyaa(Oct 23, 2025)
Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።
Caalbaasii
M/A/Mirgaa Asiraat Fissahaa fi M/A/Idaa Tarkilee Mulugaataa falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Mojoo Ganda 02 keessatti maqaa haadha warraa murtii abbaa idaa Aadde Xuriyyee Gabreen galmaa’ee argamu.lakk.kaartaasaa 21110639 ta’e,gatii ka’umsa caalbaasii qarshii 1,804,907.25n, gaafa 13/03/2018 sa’aatii 3:30tti waan gurguramuuf namoonni bitachuu barbaaddan ka’umsa caalbaasii 1/4 CPO baankii siinqeetti qabsiisuun iddoo manichi argamutti qaamaan argamuun ykn karaa bakka bu’aan argamuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol’aanaa Magaalaa Adaamaa