Your cart is currently empty!
Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa mana jireenyaa gurguruu barbaada.
Kallacha Oromiyaa(Oct 23, 2025)
Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።
Beeksisa Caalbaasii
Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa bu’uura aangoo Labsii Lakk.97/90,216/92 fi 1147/2011tiin kennameefiin qabeenyi haalootni isaa armaan gaditti jiruun caalbaasii ifaan gurguruu barbaada.
|
T/L
|
Maqaa Liqeeffataa
|
Damee
|
Maqaa nama qabeeya qabsiisee
|
Ibsa Addaa Qabeeya Wabummaan qabsii famee
|
Ka’umsa gatii caalbaasii
|
Guyya fi sa’aatii caalbaasiin itti geggeeffamu
|
|||
|
Teessoo
|
Lakk.kaartaa
|
Bal’ina qabiyyee lafa qabeenyichi irra qubatee jiru
|
Gosa tajaajila qabeenyichi kennu
|
||||||
|
1 |
Asaggadachi Shimallis
|
Boqojjii
|
Mul’ ataa Hayilee
|
Magaalaa Boqojjii Ganda Burqaa Qallaa |
ORO38020303009 |
200m2
|
Mana jireenyaa
|
800,000.00(kuma dhibba saddeet)
|
Gaafa 15/03/2018ganama sa’aatii 4:00-5:00
|
Waanta’eefis,
1. 1.Dorgomaan caalbaasii ykn bakka bu’aan seeraa gatii ka’umsa caalbaasichaa 1/4ffaa isaa CPO kaffaltiin isaa baankiin mirkanaa’e qabatee dhiyaachuun dorgomuu danda’a.
2. 2.Caalbaasichi kan geggeeffamu mooraa qabeenyichi keessatti argamu EGY Magaalaa Boqojjii Ganda Burqaa Qallaa keessattiidha.
3. 3.Qabeenya caalbaasiif dhiyaate dorgomaan mo’ate VAT %15(parsantii kudha shan) gatii ittiin qabeenyicha bite irratti dabaluudhaan ni kaffala.
4. Qabeenya caalbaasiif dhiyaatee daawwachuu ykn ilaaluu qaamni barbaadu Guyyaa beeksifni caalbaasii kun gaazeexatti bahe irraa kaasee sa’aa fi Guyyaa hojiitti bakka qabeenyichi itti argamutti deemee daawwachuu ni danda’a.
5. Mo’ataan caalbaasichaa haftee gatii qarshii ittiin mo’ate Guyyaa 15 keessatti duguugee kaffaluu qaba,kan hinkaffalle yoo ta’e garuu qarshiin kabachiisa caalbaasiif kaffale hindeebi’uuf.
6. Dhaabbatichi caalbaasicha guutummaatti ykn gartokkeen haquuf mirgi inni qabu eegamaadha.
Odeeffannoo dabalataatif lakk.bilbila 09 10 76 47 73 irratti bilbiluun ykn Waldaa Aksiyoona Qusannoo fi Liqaa Damee Boqojjii qaamaan deemuun odeeffannoo gahaa argachuun ni danda’ama.
Waldaan Qusannoo fi Liqaa Dhaabbata Wasaasaa