Waajjirri Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa Godina Harargee lixaa baajata mootummaa Nannoo Oromiyaa gama Jallisii fi Horsiisee Bulaa Godina Harargee lixaatiin dorgomtoota gahuumsa qaban piroojektoota Jallisii Godina Hararge lixaa keessatti argaman akkaataa gabatee armaan gadii keessa taa’een dorgomsiisuu barbaada


BARRIISAA(Oct 25, 2025)

Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።

Beeksisa Caalbaasii

Waajjirri Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa Godina Harargee lixaa baajata mootummaa Nannoo Oromiyaa gama Jallisii fi Horsiisee Bulaa Godina Harargee lixaatiin dorgomtoota gahuumsa qaban piroojektoota Jallisii Godina Hararge lixaa keessatti argaman akkaataa gabatee armaan gadii keessa taa’een dorgomsiisuu barbaada.

No.

Maqaa Piroojektil

Aanaa

Gosa Piroojektii

Hamma Kabachiisa caalbaasii(CPO)

1

Saphaloo

Doobbaa

Diversion weir

500,000

Caalbaasiin kun kontiraaktaroota hayyama ijaarsa bishaanii kan bara 2018 haroomsan sadarkaa 2ffaa (WWGC/WWC-2) fi isaa of Ab-baa taaytaa Konistiraakshinii Federaalaa/ Oromiyaa irraa qabaachuu fi hayyama daldalaa bara kana(2018) haarawoome qaban hundaaf hayyamamaadha. Akkasumas dorgomtootni kunneen Galmaa’aa VAT, xalayaa qulqullinaa taaksii waajjira galii irraa, Lakk. Eenyummeessa Thaksii(TIN) fi dorgomtooni dhaabbanni isaanii facaatii dhiheessitootaa kessatti galmaa’uu isaanii ragaa dhiheessuu qabu.

1. Waajjirri Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa Godina Harargee lixaa (WMJHBGHL) waajjira hoji kana hojjechiisuuf jiru dorgomtoota Zen gahuumsa qaban piroojektii baadiyaa armaan olitti ceramaniif waamicha gochuu barbaada. hojileen piroojektii kana keessatti hammataman ijaarsa hojii Diversion weir, Canal Construction, Cover Dam, Flume fikkf

2. Dookumentiin Caalbaasii kun Waajjira Maallaqaa Godina Harargee Lixaa irraa kan gurguramu yemmuu ta’u qarshii hin deebine maallaqa Itoophiyaa 5000 (qarshii Kuma shan)niin guyyaa caalbaasiin kun qilleensa irra oole irraa kaasee guyyaa hojii mootummaa sa’aatii hojii mootummaatti bitachuun ni danda’ama.

3. Caalbaasiin kun ragga’ce kan turu guyyaa caalbaasiin baname irraa kaasee guyyaa 90(sagaltama) kan turuudha.

4. Dorgoomtootni hundi dookmantii HAADHOO FI WARAABBII kan TEEKNIKAALAA FI GATII dhiheessan hunda waaksiidhaan saamsun fi mallatteessuun galchuu qabu.

5. Guyyaa xumuura dhiheessi sanada yaada dorgommii caalbaasii itti galuufi cufamu erga qilleensa irra oolee booda guyyaa 21 ffaa erga xumu-rame sa’aatii 4:00-4:30tti yemmuu ta’u guyyuma caalbaasiin gale kana sa’aatii 4:30 irratti sanadni yaada dorgommii Tecknikaalaa Galma Waajjira Maallaqaa Godina Harargee Lixaatti bakka dorgomtootni hordofuuf fedhii qaban argamanitti kan banamu ta’a.

6. Waajjirri caalbaasicha gar-tokkeen ykn guutumaan guutuutti haquudhaaf mirga ni qabaata.

7. Daawwannaan iddoo hojii dirqamaa fi xalayan ragaa dawwannaa iddoo hojii Waajjira Qonna Aanaa fi bulchiinsa araddaa irraa fidaun dirgama.

Waajjira Maallaqaa Godina Harargee Lixaa


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *