Waajjirri Maallaqaa Aanaa Gola Odaa Bara baajata 2018tti baajata idileen pirojektii hojjechisuuf caalbaasii ifaan kontiraaktaroota GWWC fi WWC sadarkaa-5 fi isaa olii hayyama ijaarsa bishaanii Federaala fi Naannoo Oromiyaa qofa irraa qaban hojii ijaarsa jallisii asiin gadii irratti dorgomsiisuun hojjachiisu barbaada


Addis Zemen(Oct 29, 2025)

Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።

Beeksisa Caalbaasil Ifaa

Waajjirri Maallaqaa Aanaa Gola Odaa Bara baajata 2018tti baajata idileen pirojektii hojjechisuuf caalbaasii ifaan kontiraaktaroota GWWC fi WWC sadarkaa-5 fi isaa olii hayyama ijaarsa bishaanii Federaala fi Naannoo Oromiyaa qofa irraa qaban hojii ijaarsa jallisii asiin gadii irratti dorgomsiisuun hojjachiisu barbaada.

Abbaa Pirojektii

Maqaa Pirojektii

Iddoo Itti Hojjetamu

Gosa Pirojektii

Baay’ina

Bid Bond Amount (Birr) (CPO)

Turti Pirojekticha (guyyaa)

Waaj/Qonnaa, Horsiise Bulaa fi Lafaa A/G/Odaa

Jallisii Xixiqqaa Burqaa Jabeen

Ganda Burqaa (dobaa)

Jallisii

1

100,000

210

Ulaagaleen Dorgommiif Barbaachisan:

1) Kontiraaktarri GWWC/WWC sadarkaa-5 fi isaa olii hojii ijaarsa bishaanii irratti Waraqaa Ragaa Gahumsa Ogummaa (Certificate of Competency) seera qabeessa Federaala fi Naannoo Oromiyaa qofa irraa kan qabu fi kan Bara 2018f Kan Haaroomse.

2) Hayyama Daldalaa Bara 2018 Haaroomee fi galii Mootummaan irraa barbaadu xumuruu isaa raga ittiin kafale dhiheessuu kan danda’u.

3) TIN Number/Lakk. Addaa Kaffalaa Gibiraa Kan Qabu Dabalataan VAT Kan Galmaa’e Tahuu Qaba.

4) Kabachiisa Caalbaasii CPO Baankiin mirkanaawe qarshii kuma dhibba tokko (100,000.00) maqaa waajjira maallaqaa Aanaa Gola Odaatin qabsiisuu kan danda’u.

5) Kontiraaktara hojii kanaan dura hojjechaa jiru hunda yoo xiqqaate % 80 hojjatee xumuruu isaa Waraqaa dhiheeffachuu kan danda’u.

6) Dorgomtoonni Sanada caalbaasii qarshii hin deebine kuma tokko [ 1000 ] Waajjira Maallaqaa Aanaa Gola Odaa kutaa bittaa irraa guyyaa beeksifni bahee kaasee sa’aatii hojii keessatti bitachuu kan danda’u.

7) Sanadni Caalbaasii dhihaatu haqaa fi laaqaa qabaachuu hin qabu.

8) Maddi Baajataa idilee Qarshii walii gala miliyoona shantam [50,000,000] shalagama.

9) Sanadni Caalbaasii gurguramuu kan eegalu guyyaa caalbaasiin bahee irraa eegalee 19/2/2018 guyyoota hojii 15 (kudha shan) kan turu yommuu hanga guyyaa 9/3/2018 tti Qilleensarra Tura.

10) Caalbaasiin Kan Cufamu Gaafa Guyyaa 10/3/2018 Sa’aatii 4:00tti Kan Cufamuu Yommuu ta’u Kan Banamu Guyyaa 10/3/2018 tti Sa’aatii 4:30tti Waajjira Maallaqaa Aanaa Gola Odaatti kutaa bittaa jeessatti Iddoo Dorgomtootni Ykn Bakka Bu’aan Seeraa Argamanitti kan banamu ta’uu Isin Beeksifna.

11) Dorgomtoonni Sanada caalbaasii yeroo galchitan Financial And Technical kan xarazame Dhiyeeffachuu Kan Danda’u, Akkasumas Dorgomtoonni Sanada Bitattan Orijinaalaa Fi Koopii 1 fi Koppii 2 Adda Bahee Enviloppiin Saamsamee Kan Tokkoo Tokkoo Fuula Irratti Mallattoo Fi Chaaphaa Isaaniitiin Kan Mirkaanaawe Dhiyeeffachuu Kan Danda’u.

12) Walumaagalatti qajeelfamoota olitti ibsame kana hunda erga guutanii booda saanduqa caalbaasii waajjira maallaqaa kutaa bittaa seensiftanii/darbanii booda hordoffiif foormii dhimmi dorgomtoota caalbaasii kanarratti hirmaatan kanaaf waajjirri maallaqaa qopheesse irratti maqaa dhaabbata keessanii, nama bakka bu’ee dokumentii galchee fi sa’aa itti galchee fi kkf hunda erga guutee booda mallattoo isaaniitin mirkaneessuun dirqama waan taheef dhaabbatni osoo ulaagaa ibsame kana hin guutin argame rakkoo gama Kanaan dhufuu kamiifuu itti gaafatamaan mataa keessan tahuu isin beeksifna.

13) Dorgomtoonni Kamiyyuu dokimentii bitachuun dura sitetti argamee erga laalee (site visit) booda waraqaa site visit fudhatee booda dookimentii bitachuu qaba.

14) Kana tahuu baannaan contructarri kamiyyuu dookumentii yeroo guuttan booda site visite statement dookmentii keeysaa hin qabne fudhatama hin qabu.

15) Waajjirrichi Caalbaasicha Haala Fooyya’aa Yoo Argate Gar- tokkeniis ta’ee Guutuutti Haquu ni danda’a.

16) Odeeffannoodabalataaf 09 33 44 19 81/ 09 15 14 07 01/ 09 63 91 17 03 bilbiltanii gaafachuu dandeessu

Waajjira Maallaqaa Aanaa Gola Odaa


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *