Your cart is currently empty!
Mana Murtii Aanaa Barrak mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Kallacha Oromiyaa(Jan 29, 2026)
Beeksisa caalbaasii
R/himattuun. Aadde Masarat Gazahaany fi R/ Ballaxaa himatamaan Obbo Wandaasaa Ballaxaa jidduu mana jireenyaa falmii raawwii jiru ilaalchisee mana abbaa qorqorroo ballee 100 mana viillaafi sarviisii Magaalaa Sandaafaa Bakkee Ganda Sandaasaa iddoo addaa gooxii 04 keessatti ballina M² 203.21 irratti argamu,tilmaama gatii ka’umsaa qarshii 7,000,000n gatii olaanaa argametti gaafa guyyaa 10/06/2018 sa’atii 2:30-6:30tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka’umsa caalbaasii 25% qabsiisuun dorgmtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Aanaa Barrak