Mana Murtii Ol’aanaa Magaalaa Shaashamannee mana jireenyaa gurguruu barbadaa


Kallacha Oromiyaa(Jan 29, 2026)

Beeksisa caalbaasii

Murtii Abbaa Idaa Haaji Maayyuu fi Murtii Abbaa Idaa Umar Woliyyii jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee qabeenya raawwiin himatamaa mana jireenyaa Kutaa Magaalaa Shaashamannee Kutaa Magaalaa Allachee Aanaa Awaashoo keessatti argamu,gatii ka’umsa caalbaasii qarshii 15192627n gaafa guyyaa 13/6/2018 sa’atii 3:00-6:00tti caalbaasii ifaan waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka’umsa caalbaasii 1/4 qabsiisuun guyyaa jedhamettiqaamaan dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol’aanaa Magaalaa Shaashamannee

 


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *