Baankii Sikkeet W.A Mana jireenyaa gurguruu barbaada


Kallacha Oromiyaa(Feb 05, 2026)

caalbaasii

W.A Baankii Sikkeet (Duraan W.A. Liqii fi Qusannaa Addis) Qabeenya yeroo liqii kennu wabummaadhaan qabate armaan gadii argaman haaluma jiraniin bu’uura Aangoo Labsii lakk. 97/1990 fi kan fooyya’e Labsii lakk. 216/92 kennameefiin caalbaasii ifa ta’een dorgomsiisee gurguruu barbaada.

Lakk.

Maqaa Liqeeffataa

 

Maqaa Wabii

 

Damee Liqeesse

 

Teessoo Qabeenyi itti argamu, Lakk.Kaartaa, fi Bal’ina Lafichaa

Ka’uumsa

Caalbaasii

Guyyaa Caalbaasiin itti gaggeeffamu

Marsaa Caalbaasii

Tajaajila

Manichaa

Kutaa Magaalaa

Aanaa

Lakk. Kaartaa

Bal’ina Lafaa (K.M)

 

guyyaa

Sa,atti

 

1

Nabiil, Muntah fi H/W/Sh Mukaa fi Sibiila

Madiinaa Mahaamad

 

Ayyar xeenaa

 

Mana jireenyaatiif

 

furii

Gadaa faajjii

L/S/27024/2002

 

140 K.M

 

5,707,947

 

2/07/2018 A.L.I

4:00

Irra deebiidhaan

2

Rattaa Kafanii

 

Maqaa Liqeeffataatiin

 

Sandaafaa

 

Mana jireenyaatiif

 

sandaafaa

Sandaafaa bakkee

155/142/2012

 

140 K.M

497,608

 

2/07/2018 A.L.I

4:20

Irra deebiidhaan

3

Gabbisaa Kaawoo

 

Awaasuu Kaawoo

 

alamganaa

Mana jireenyaatiif

 

Furii

Gadaa faajjii

A/h/0867/05

 

50.98 K.M

 

2,740,685

 

2/07/2018 A.L.I

4:40

Irra deebiidhaan

4

Beeboonishoo TireedingiW/I/Murtaa’e

 

Dassaalany Warquu

 

Habtagiyorgis

 

Mana jireenyaatiif

 

 

 

Galaan guddaa

Daalattii

OR005022906018

 

213.68 K.M

11,839,940

2/07/2018 A.L.I

5:00

Irra deebiidhaan

5

Gennat,asteer fi H/w/sh.

Warquu Hawaas

 

bishooftuu

 

Mana jireenyaatiif

 

Magaalaa bishooftu

Caalaq 01

161

420 K.M

590,863

2/07/2018 A.L.I

5:20

Irra deebiidhaan

6

Itichaa Margaa

 

Amaaruu Isheetuu

Alamganaa

 

Mana jireenyaatiif

Awaash malkaa

Awaash malkaa

BMA/0031/09

 

200 K.M

 

621,200

 

2/07/2018 A.L.I

5:40

Irra deebiidhaan

7

Goytoom Takluu

 

Maqaa Liqeeffataatiin

 

Kaazanchis

 

Mana jireenyaa

Koyyee faccee

Koyyee faccee

OR0000709018916020115

37.16 K.M

1,502,193

 

2/07/2018 A.L.I

6:00

Yeroo jalqabaatiif

8

Ababaaw, Daawit fi H/

W/K/SH.

Dajanee Bajigaa

Samiit

Mana jireenyaa

Lammii

Kuraa

09

09/106/5/9/117008/00

 

150 K.M

 

5,600,640

 

1/07/2018 A.L.I

4:00

Yeroo jalqabaatiif

Dambiiwwan Caalbaasii:

1) Dorgomaan ykn bakka bu’aan seeraa dorgomaa gatii ka’uumsa Caalbaasichaa 1/4ffaa Ajaja Kaffaltii Maqaa Baankii Sikeet /C.P.O/ dhaan ykn maallaqa callaadhaan qabsiisuudhaan dorgomuu ni danda’a.

2) Dorgomaan Caalbaasicha moo’ate guyyaa caalbaasii moo’uun isaa gabatee beeksisaa irratti maxxanfamee irraa kaasee guyyaa 15 (kudha shan) keessatti maallaqa ittiin moo’ate hafe hundaa isaa kaffalee xumuruu kan qabuu yoo ta’uu kaffalee Kan hin xumurre yoo ta’e qarshiin caalbaasiidhaaf qabsiise kan hin deebince fi Baankichaaf galii ta’a.

3) Caalbaasiin Manneen lakk. 1ffaa hanga 7ffaa irratti ibsaman kan adeemsifamu waajjira muummee Baankichaa piyaassaa Gamoo Haaroon fulduura darbii 7 irratti yoo ta’u, caalbaasiin lakk. 8ffaa irratti ibsame kan adeemsifamu mooraa mana caalbaasiin bahee keessaatti raawwatama. Galmeen Dorgomtootaa caalbaasii osco hin ce- galmin daqiiqaa 30 (soddoma) dura jalqabama.

4) Baankichi Maqaan Abbaa Qabeenyummaa nama bitetti akka naanna’uuf qaama waajjira mootummaa dhimmi ilaalutti xalayaan ni barreessa.

5) Dorgomtoonni Manneen Caalbaasiif dhiyaate kan ilaaluu barbaadu guyyaa caalbaasiin gaggeeffamuun guyyaa 5 (shan) duura kutaa seeraa waajjira muummee baankiitti galmaa’uun sagantaa baankichi mijeessuun Manneen daawwachuu ni danda’u, dabalataanis Dameewwaan liqeessan bira guyyaa hojii deemuudhaan bu’uura sagantaa mijeesuun daawwachuun ni danda’ama.

6) Kaffaltii jijjirraa maqaa, kaffaltii liizii fi kaffaltiiwwan kuufama kanneen biroo akkasuumas kaffaltiiwwaan bitaan akka kaffalu seeraan murtaa’e Taaksii fi gibira bi- taan/moo’ataan kan kaffalu ta’a.

7) Dorgomaan caalbaasii irratti gatii ol’aanaa dhiyeesse xalayaan caalbaasicha moo’aachuu isaa Chiifi Tajaajila seeraa baankichaa irraa yoo kennameef qoofa

8) Guyyaa caalbaasichaa abbaan qabeenyaa ykn bakka bu’aan seeraa isaa argamuun caalbaasicha ilaaluu ni danda’u, yoo hin argamaes caalbaasichi ni gaggeeffama.

9) Baankichi Caalbaasicha guutummaatti ykn gamisaan haquuf mirgi isaa kan eeggame dha. Odeeffannoo dabalataaf: Lakkoofsa bilbilaa 8342 ykn 011-1-263447 bilbiluun ykn Kutaa Chiifii Tajaajila Seeraa Muummeetti dhiyaachuun gaafachuun ni danda’ama

Baankii Sikkeet W.A


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *