Your cart is currently empty!
manni murtii ni beeksisaa. M/M/ Aanaa Walisoo man jireenyaa gurguruu barbadaaa
Kallacha Oromiyaa(Feb 05, 2026)
Caalbaasii
Ra/himattoonni obbo Hayiluu Tashoomaa, Taaddalaa Tashoomaa, Miimmii Tashoomaa, Simalee Tashoomee fi Shibirree Tashoomaafi Aadde Iteenash Dambii jidduu falmii waa’ee rawwii jiruu ilaalchisee qabeenyaa man jireenyaa lafaa karee 200 irratti Magaalaa Walisoo ganda Ayeertuu keessatti argamu tilamaama qarshii 2903900tiin caalbaasiin gaafa 20/6/2018 sa’aatii 4:00-7:00 irratti waan gurguramuuf bakka manichitti argamudhaan namni bitachuu barbaadan akka bitattan
manni murtii ni beeksisaa. M/M/ Aanaa Walisoo