Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Lixaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Cobii bara baajataa 2019 keessatti waajjiralee /sektaroota Aanaa fi Gandoota Aanichaa keessatti argamaniif Bittaa meeshaalee gosa gara garaa Caalbaasii ifaatiin bituu barbaada – test3.diretenders.com

Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Lixaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Cobii bara baajataa 2019 keessatti waajjiralee /sektaroota Aanaa fi Gandoota Aanichaa keessatti argamaniif Bittaa meeshaalee gosa gara garaa Caalbaasii ifaatiin bituu barbaada


Addis Zemen (Sep 09, 2026)

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

Lakkoofsa Caalbaasii 01/2019

Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Lixaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Cobii bara baajataa 2019 keessatti waajjiralee /sektaroota Aanaa fi Gandoota Aanichaa keessatti argamaniif Bittaa meeshaalee gosa gara garaa Caalbaasii ifaatiin bituu barbaada:-

Haaluma kanaan:-

1. Uffata seeraa hojjettootaa,

2. Meeshaalee dhumeeyyii,

3. Meeshaalee barreeffamaa,

4. Meeshaalee qulqullinaa,

5. Meeshaalee elektirooniksii,

6. Meeshaalee biiroo keessa /farnicherootaa/fi

7. Meeshaalee haaromsaa gommaa konkolaataa Caalbaasii ifaadhaan dorgomsiisee bituu barbaada.

Ulaagaalee/Qajeelfama/ Dorgomtootaa

1. Dorgomaa Gibira haala qajeelfamani kahun kaffaluun Eeyyama daldaalaa isa kan haromsee fi ragaasaa dhiyeessuu kan danda’an.

2. Dorgoman kamiyyuu tarree dhiyessitoota bitta mootumaa irraattii kan galme’e ta’u isa raga dhiyeessuu kan danda’an

3. Dorgoomtonni sanada bittachuu barbaadan guyyaa beeksifni kun gaazexa addis zeman irraattii maxxanee irra egalee guyyota hojii walitti aanaan guyya 15(kudha shan) keessattii waajjira maallaqaa Aanaa Cobii kutaa Adeemsa bitta fi bulchiinsa qabeenyaa irraa sa’aa hojii mootummattii qarshii hin deebine 2000(kuma lama) kaffaluun Bittachuu ni dandeessu.

4. Dorgoomtonii Lakkoofsa eenyummaa kaffalaa gibiraa /TIN/fi galmaha vatii kan qabu fi ragaasaa dhiyeessuu kan danda’an.

5. Sanada dhiyaatu irratti waan sanadichi gaafatu maqaa oomisheessaa,bara oomishame fi moodelli meeshaa kan hin guutamne yoo tahe guutamuu qaba.

6. Dorgomtoonn sanada dorgommii dhiyaatu irratti maqaa,teessoo,lakkbilbilaa ,chaappaa fi mallattoo isaanii guutuu qabu

7. Dorgomaan Hundi Kabachiisa caalbaasii deebi’uu danda’u 100,000(kuma dhibba tokko) Cpo baankii dhaan mirkana’e ykn ragga’e ta’u isa xalayaa dhan mirkaneessuun dhiyeessuu kan danda’an.

8. Moo’ataan kamiyyuu meeshaalee moo’ate baayyinni isaa itti himame irratti waliigaltee gochuu fi meeshaalee itti himame hunda moodela isaa osoo hin jijjirin meesha orginala qofa dhiyeessuu qaba.

9. Dorgomtoonni gatii ittiin dorgomuudhaaf sanada yaada dorgommii irratti guutan orjinaala fi coppii isaa adda baasun saamiidhaan saamsudhan Caalbaasiin guyyaa gaazexa irraatti bahe eegale guyya hojii walittii aanaan hanga 15tti ganamaa keessa sa’atti 4:00 ttii waajjira maallaqaa Aanaa Cobii saanduqa dhimma kanaf qopheehe keessa galchuu dandeessu.

10. Dorgomaan kamiyyuu gatii ittiin guutan Vat kan dabalate ta’uu isaa adda baasuun guutuu qaba.

11. Caalbaasii gaafaa gayya 20/01/2019 ganama keessaa sa’aa 4:00 Irratti Cufamee guyyama kana sa’a 4:30 irratti Bakka dorgomtoonni ykn bakka bu’iinsi seeraa isaanii jiranitti waajjira maallaqaa Aaanaa Cobii keessatti saanduuqni caalbaasichaa ni banama. Dorgotoonni ykn bakka bu’ootni dorgomtootaa seeraa qabeessa ta’an hundi baniinsa caalbaasi irratti yoo hin argamne caalbaasicha hin guufachisuu.

12. Dhabbaanni caalbaasichaa mo’ate meeshaalee mo’ate gatii baasuu fi buusuu akkasumas gatii geejjibaa hunda danda’uun hangaa waajjira maallaqaa aanaa Cobiitti dhiyeessu qaba.

13. Waajjirichi meeshaalee dorgommiif dhiyaatan keessaa 20% dabaluu ykn hirisu danda’a.

14. Dorgoomtoonni mo’attoota ta’an yommuu waliigaltee maallatteessan kabachiisaa waliigaltee 10% qabsiisu qabu.

15. Waajjirichi mala/ tooftaa /carraa/ bira aargannaan caalbaasicha gartokkee isaas ta’u guutummaan guutuutti haquudhaaf mirga guutuu qaba.

  • Ragaa dabalataa yoo barbaaddan

Lakk. bilbilaa: 0908 982 893 / 0910 181 334 bilbiluun gaafachuu ni dandeessu

Godina Shawaa Lixaatti Waajjira Maallaqaa Aanaa Cobii