Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaa Wajjirra Mallaqaa Aanaa Walgawoo Laga Barii Magaalaa finffinnee irraa K/M 28 fagaattee kan argamtu yoo ta’u seektaroota aanicha keessatti argamaniif Meeshaalee bituu barbaada. – test3.diretenders.com

Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaa Wajjirra Mallaqaa Aanaa Walgawoo Laga Barii Magaalaa finffinnee irraa K/M 28 fagaattee kan argamtu yoo ta’u seektaroota aanicha keessatti argamaniif Meeshaalee bituu barbaada.


Kallacha Oromiyaa (Sep 17, 2026)

Beeksisa Caalbaasii          

Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaa Wajjirra Mallaqaa Aanaa Walgawoo Laga Barii Magaalaa finffinnee irraa K/M 28 fagaattee kan argamtu yoo ta’u seektaroota aanicha keessatti argamaniif Uffata Dambii Seerraa, Meeshaalee Barreeffamaa,Qalama kompitaraa,Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee dhaabbii Xixxqaa Meeshaalee Dhabbii akkasumas Kompitaroota, Pirintaroota Fi faarnicharrii. Akkaataa Labsii bittaa Mootummaa lakka 157/2002 ba’e bu’uura godhachuudhaan Caalbaasii Ifaa tiin dorgomsiisee bituu barbaada.

Ibsa Waligalaa

A. Caalbaasiin kun Guyyaa gaafa gaazexaa Kallacha Oromiyaatiin ba’e 07/01/2019 irraa eegalee Ibsa meeshaalee kan qabate Sanada/ Dookmentii Qarshii hin deebine Qar. 1000(kumaa Tokkoo) qofa kanfaluudhan guyyaa hojii sa’aatii 2:30-11:30 Wajjirra Mallaqaa Aanaa Walgawoo Laga Barii) Biiroo lakk 2 dhufuudhaan bitachuu kan dandeessan ta’uu ni ibsina. Dorgomtoonni Caalbaasii kanaa Caalbaasiin kun Gafaa Guyya 07/01/2019 Gaazexaa Kallacha Oromiyaati ba’e irraa eegalee yeroo hunda guyyaa hojii sa’aatii 2:30 – 11:30 tti Wajjirra

Mallaqaa Aanaa Walgawoo Laga Barii) kanffatti tajajilaa Sanadaa kun Baankii siinqee maqaa Wajjirraa Maallaqaa Aanaa WalgawooLaga Barii kan jedhu yoo ta’u lakk 1064882921213 raga keessan fidan Sanada fudhachuun Gatii guutuudhaan saanduqa dhimma kanaaf qophaa’ee keessa buusuu qabdu.

Sanada fudhattan irratti Gatii guutudhaan Gagga itti gootanii saanduqa dhimma kanaaf qophaa’ee keessa buusuu dandeessu.

B. Ulaagaalee Dorgomtootaa

1. Gibira bara 2019 kanaa kan kanfalee fi eyyama isaa kan haaromfate koppii ragaa kana ibsu kan dhiyeessuu danda’u

2. Galmaa’aa VAT ta’uu isaaniitiif koppii ragaa kanaa kan dhiyeessuu danda’u

3. Dorgomtoonni Biiroo Maallaqaa Oromiyaatti galmee dhiyeessitoota meeshaalee fi Tajaajilaa keessatti kan galma’anii,Nagahee Haaraa kan Birahaan Selaamii irraa Maxxansatee fi koppii ragaa kanaa kan dhiyeessuu danda’an, akkasumas Weebsaayittiidhaan kan galmaa’an yoo ta’es koppii ragaa kanaa dhiyeessuu kan danda’an.

4. Dorgomtoonni kam iyyuu hirmaataa Caal-baasii kanaa ta’uuf Qarshii deebi’u Qar 80,000(Kuma Saddetamaa)qofa kabachiisa caalbaasii CPO baankiidhaan mirkanaa’e sanada caalbaasii waliin dhiyeessuu qabu. Waldaaleen IMX haala sirreeffama dambii Lak. 192/2009 Kew.27 Lak. 1 fi 2 irra jiruun kan raawwatu ta’ee waldaalee IMX haala gurmaa’insa isaanii kan ibsu Dmbii Lak. 192/2009 Kew.13 qubee b fi Kew.14 qubee b irra jiruun ragaa waliigaltee ittiin hojjetaa qacaranii hojjechiisaa jiran kan bara kanaatiif haarome Waajira dhimma hojjetaa fi Hawaasummaatiin sadarkaan irra jiru kan mirkanaa’ee fi gibira hojjetaa isaan irraa ji’aan sassaabanii galii gochaa jirachuu isaanii A/Taayitaa Galiiwwanii irraa xalayaa Dhiyeeffachuu qabu fi yoo ulagaan kun jirachuu bate akkuma Dorgamaa tokkoo CPO Qabsiisuu dirqamaa ta’a. Dorgomtoonni erga mo’ataa ta’anii booda dhiyaatanii waliigaltee mallatteessuu yoo baatan CPO n kabachiisa caalbaasiif qabsiisan ni dhaalama.

5. Dorgomtoonni caalbaasii kana meeshaalee caalbaasii kanaaf dhiyaatan guutumaan guutuutti ykn gar tokkeen dorgomuu ni danda’u. Haata’u malee gosa meeshalee tokkoof baay’ina ibsamee gad dhiyeessuun hin danda’amu.

6. Dorgomtoonni turtiin gatii isaanii guyyaa caal-baasiin baname irraa jalqabee hanga waliigaltee mallatteesuudhaan meeshaalee mo’atan hanga dhiyeessanitti gatiin isaanii kan ragga’e ta’a.

7. Mo’ataan caalbaasii kanaa yemmuu waliigaltee mallatteessu wabii Raawwii hojmaata gaarii gatii waliigalaa meeshaalee mo’atan 10% CPO baankiidhaan mitkanaa’e qabsiisuu qabu.

8.  Dorgomtoonni Gatii ittiin dorgoman Sanada caalbaasii irratti guutuudhaan Dhaabbatichaan qaama Aanga’een mallataa’ee chaappaa gochuudhaan orijinaala fi koppii isaa poostaa samsamameen guyyaa caalbaasiin kun Gaazexaa kallacha oromiyaatiin gaafa guyyaa kun irra bahe Kasse Sandaa Wajjirraa Mallaqaa Aanaa Walgawoo Laga Barii bittachuu dandeessuu Lakk Accont 1064882921213 galii gochuun guyyoota hojii 15(Kudha shan) yeroo hojii hunda sa’a 2:30- 11:30 tti kutaa Biiroo lakk 2 itti saanduqa caalbaasichaaf qophaa’e keessa buusuu ni dandeessu. Saanduqni caalbaasii kanaa kan cufamu gaafa guyyaa 15a jechuun guyyaa keessaa sa’a 4:00 irratti cufamee guyyuma sana sa’a 4:30 irratti bakka dorgomtoonni ykn B/Bu’oonni seeraa argamanitti kan banamu ta’uu ni ibsina. Guyyichi Guyyaa Ayyaanaa YKN cufaa yoo ta’e guyyaa hojii itti aanutti sa’a ibsametti kan banamu ta’a. Kun akka jirutti ta’ee, argamuu /dhabamuun dorgomtootaa adeemsa caalbaasichaa kan hin gufachiisne ta’a

9. Namni Waliigaltee Caalbaasii kanaa raawachuuf dhufu umuriin isaa waggaa 18 ol ta’uu qaba

10. Dorgomtoonni caalbaasichaa Lakka Herreega Baankii Socho’aa YKN (CPO) kan qaban ta’ee ragaa mirkaneessu dhiyeessuu qabu. Sanadni Calbaasichaa erga banamee booda yaada dhiyaate jijjiiruu YKN mormuun kan hin danda’amne ta’a.

11. Adeemsi caalbasichaa kan raawwatamu Afaan Oromoo tiin ta’ee ibsa meeshaalee dhiyaatutti Afaan Ingilffaa itti dabaluun ni danda’ama.

12. Dorgomaan kam iyyuu kan inni dorgomuu danda’u sanada caalbaasii Orijinaala qofaan ta’a

13. Dorgomtoonni caalbaasichaa Gosa meshaalee dorgomaniif Damee Eeyyama hojjii Uffataa Dambii seerraa Meeshalee Bareefamaa,Meeshalee qulqullinaa,Meeshalee Dhabbii Biiroo, akkasumas Kompitaroota, Pirintaroota fi faarnicharrii tokkon tokkon isaatiif eeyyama hojjii kan dhiyeessuu danda’u ta’uu qaba Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Kutaa Magaalaa Kuraa Jiddaa

 Wajjirra Mallaqaa Aanaa Walgawoo Laga Barii