Godina Jimmaa Aanaa Gommaa Magaalaa Cocee keessattii ijarsaa bishaan boolla gadii fagoo hanga meetira 150 hojjechisuu barbadaa. – test3.diretenders.com

Godina Jimmaa Aanaa Gommaa Magaalaa Cocee keessattii ijarsaa bishaan boolla gadii fagoo hanga meetira 150 hojjechisuu barbadaa.


Kallacha Oromiyaa (Sep 24, 2026)

Beeksisa Caalbaasii

Godina Jimmaa Aanaa Gommaa Magaalaa Cocee keessattii ijarsaa bishaan boolla gadii fagoo hanga meetira 150 hojjechisuu waan barbaaduuf gatii maashinaa rigii bishaan baasuu yokiin qotuu waal dorgomsisee hojjechisuu barbaada.kanafuu dorgomtonni qajeelfamaa (ulagaa) armaan gadii gutanuu hirmachisuu danda’a.

Ulagaalee barbachisaan

-Heyyamma ijaarsa bishaanii kan baafatee qabu.

-Gibira bara 2018 kan kaffale fi eyyama bara 2019 kan haroomse.

-Tajaajila hojii kennamef irratti % 3 (TOT) kaffaluu kan danda’uuf kaffaluun dirqama ta’uusa kan beekuu.

-Galma’aa VAT kan ta’ee

-Eyyama ijarsaa bishaani muxxanno (Casing arrangement) kan qabu. Calbasiichii guyyaa beksifni bahee kaasee guyya 21 kan qillensa irra kan turu ta’a.

-Dorgomtonni Ragaalee eyyama hojii seera qabeessa ta’ee orijiinaalaa fi footoo koppiin dhiheessu qaba.

-Dorgomtoonii sanada ittin dorgoman faaynaanshalii fi teekniikaa poosta adda addaatiin footo kooppii fi orijinaala adda baasuun sanduqa dhimma kanaaf qophaa’eetti galchu qabu.

-Dorgomtonni guyyaa beeksiifni kun bahe kaasee guyyoota hojii 21 w/ra Galiwwan Aanaa Gommaatti Qar.1000(kuma tokko)qarshii hin deebine kafaluun sanada dhimma kanaaf qophaa’ee w/ra Maallaqa Aanaa Gommaatii bitachun dorgomu ni dandeessu.

-Dorgomtonni ragaalee ittin dorgomanu sirritti barreeffama dubbifamu danda’uun haala caalbaasichi guutuun barreessitani Poostaan ukkamsitanii hanga sa ‘aati 11 gaafa guyyaa 21ffaatti Waajjira Maallaqaa A/Gommaa sanduqa dhimma kanaaf qophaa’ee irratti galuu qabaa.

-Piroojekti kanaan dura mo’atee of harka qabu % 60 ol kan xumuree

– Caalbaasicha gaafa guyyaa 22ffaatti Waajjira Maallaqa A/Gommaatti bakka dorgomtootni ykn Bakka bu’oonni seera qabeessa ta’aan argamanitti Guyyaa 22ffaa ganama sa’aatii 3:00tti ni banama.

-Kabachisa caalbaasiitiif CPO qarshii 500,000.00 qabsiisun ragaa kana sanada waliin dhiheeffachu qabu.

Hubachisa:- Manni hojii kun caalbaasii kana guutummaan ykn gar tokkeen  haquuf mirgi isaa eegamaadha.

 Godina Jimmaa Aanaa Gommaa Magaalaa Cocee


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *