Naannoo Obituu barbaada.romiyaatti Manni Murtii Aanaa Waadaraa bara bajaata 2019 hojii mootummaatiif bittaa meeshaalee – test3.diretenders.com

Naannoo Obituu barbaada.romiyaatti Manni Murtii Aanaa Waadaraa bara bajaata 2019 hojii mootummaatiif bittaa meeshaalee


Kallacha Oromiyaa (Sep 24, 2026)

Beeksisa Caalbaasii

Naannoo Oromiyaatti Manni Murtii Aanaa Waadaraa bara bajaata 2019 hojii mootummaatiif bittaa meeshaalee dorgomtoota dorgomsiisee caal-baasii ifaatiin meeshaalee dhaabbii,uffata seeraa Farnichaaraa, Elektrooniksii, Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee Qulqullinna, meeshaalee dhaabbii xixxiqqa biiroo keessaa bituu barbaada.

Kanaafuu, Caal-baasii irraattii dorgomtootni hirmachuu barbadaan, bu’uuruma kanaa gaditti ibsameen dhiyaatanii dorgomuu ni dandeessu.

1. Dorgomtootni kallattii hojii daldalaa isaanitiin hayyama daldalaa haaromfamee fi seera qabeessa ta’ee gibiraa bara ittin kaffalan,facaatii (list/kennaa Tajajilaa keessan ragaa Sanadootaa ittin galma’an fi Faayinaansii fi ragaa Lakkoofsa TN Fotookooppii isaa Sanadaa caalbaasii waliin qabsisan dhiyyeesuu qabu.

2. Dorgomtoonni dhiyaatan Galma’aa taaksii dabalataa (VAT) galma’uu isaanitiif ragaa footookooppii dhiyeeffachuu kan danda’an ta’uu qaba.

3. Dorgomtootni Sanada caalbaasii guyyaa beeksifni gaazeexaa kallachaa Oromiyaatiin baye irraa eegalee guyyoota hojii 15 bankeessatti yeroo hunda sa’aatii hojii gosa sanadaa caalbaasii tokkon tokkon isaaf maallaqaa hin deebine qarshii 100 (Dhibba) kaffaluun Adeemsa bittaa Mana Murtii Aanaa Waadaraa lakk. 11 tti dhiyaachuun sanadaa bitachuu ni danda’u.

4. Dorgomaan kamiyyuu kaabachiisa caalbaasiif kan ooluu gatii tilmaamaa bittaa waliigalaa irraa % 2 Maqaa Dorgomaa CPO ykn cheekii bankiidhaan Mirkanaa’e sanada Orjinaala caalbasichaa waliin qabsiisee dhiyeesuu qaba.

5.Dorgomtootni sanada caalbaasii Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee qulqulinnaa, Maxxansaalee, Meeshaalee Dhaabbii xixxiqoo biiroo keessaa fi Meeshaalee Elektrooniksii.

6. Dorgomtootni sanada caalbaasii Meeshaalee Elektrooniksii, Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee Qulqullinna, Maxxansaalee, mimeeshaalee dhaabbii xixxiqqa biiroo keessaa

7.Dorgomtootni sanadaa Caalbaasii Meeshaalee dhaabbii /Furniture/, Bittaa Uffata Seeraa.

8.Meeshaalee armaan olitti ibsamee dorgomtootni sanadaa caalbaasichaa Poostaa Saamsameen Orginaalaaf kooppii adda baasuun guyyaa beeksisni bahee qilleensarra oole kaasee guyyaa 15 keessatti guyyaa hojii sa’aatii 02:30 hanga sa’aatii 11:30 sanduqaa poostaa caalbaasichaa kanaaf qophaa’e keessa galchuu qabu.

9.Caalbaasichi fulbaana 26/1/2019 sa’aatii 08:00 dorgomtootni ykn bakka bu’oonni seeraa isaanii akkasumas tajjabdoonni bakka Hargamanitti Mana Murtii Aanaa Waadaraa keessatti banama.

10. Mo’ataan Caalbaasii Meeshaalee ittiin mo ate hunda akkatumma woliigaltetti Mana Murtii Aanaa Waadaraatti dhiyeessuu qaba.

11. Afaan Caalbaasichaa ittiin gaggeeffamu Afaan Oromiffaatiin ta’uu qaba.

12. Manni hojii filannoo fooyya’aa yoo argate caalbaasicha guutummaan guututti ykn gar tokkee isaa haquudhaaf mirgi isaa seeraan kan eegamee dha. Odeeffannoo dabalataaf, lakk.bilbilaa 09 32 56 88 76 ykn 09 76 41 04 06

Mana Murtii Aanaa Waadaraa