Mana Murtii Ol’aanaa Godina Lixaa Oromiyaatti Dhaddacha Dhaabbii Magaalaa Naqamtee fi Naannawa Ishee mana jireenyaa Gurguruu barbadaa – test3.diretenders.com

Mana Murtii Ol’aanaa Godina Lixaa Oromiyaatti Dhaddacha Dhaabbii Magaalaa Naqamtee fi Naannawa Ishee mana jireenyaa Gurguruu barbadaa


Kallacha Oromiyaa (Oct 29, 2026)

Beeksisa Caalbaasii Marsaa 1ffaa

R/Himattoota Obbo Yohaannis Taaffasee fa’aa N-2 fi R/ Himatamtoota Faxxanee Rattaa fa’aa N-5 gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee raawwii himatamtoonni idaa itti murtaa’e kaffaluu waan barbaadaniif mana jireenyaa raawwiin himatamaa 1ffaa Faxxanee Rattaa kan ta’e Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee Kutaa Bulchiinsa Daargee Ganda 02 keessatti argamu, gatii ka’umsaa caalbaasii qarshii 4,000,000.00(Miliyoona Afuriin) gaafa 22/03/2019 sa’aatii 3:00 – 600tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka’umsa caalbaasii 1/4 CPO dhiyeeffachuun qaamaan argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol’aanaa Godina Lixaa Oromiyaatti Dhaddacha Dhaabbii Magaalaa Naqamtee fi Naannawa Ishee

 


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *