Your cart is currently empty!
Waajiri Maallaqaa Aanaa Coomman Gudurus bara baajata 2018 tii meeshaalee seektarota aanaaf kan oolu meeshaalee barressaa, qulqullinaa, elektroniksi, jaarsa fi furnicheerif,dhumaata biroo keessaa uffataa seeraa hojjettotaa,gommaa konkolaataa. motoraa fi kalamadaariiw walin caalbaasii ifaan dorgomsisce bituu harbaada
Addis Zemen(Aug 21, 2025)
Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።
Beeksisa Caalbaasii 1faa
Lakk.01/2018
Waajiri Maallaqaa Aanaa Coomman Gudurus bara baajata 2018 tii meeshaalee seektarota aanaaf kan oolu
- meeshaalee barressaa,
- meeshaalee qulqullinaa,
- meeshaalee elektroniksi,
- meeshaalee jaarsa fi furnicheerif,
- meeshaalee dhumaata biroo keessaa uffataa seeraa hojjettotaa,gommaa konkolaataa. motoraa fi kalamadaariiw walin caalbaasii ifaan dorgomsisce bituu harbaada
Ulaagaa dorgomtootni gustuu qaban
- Dorgomtootni eeyyamaa daldalan secraa qabeessaa bara 2017 haaromee yko caalbaasii bara 2018tiif xalayaa caalbaasi irratis hirmachuu danda’ aan (Tax Cleaners) Abbaa taayitaa galiiwwan irraa dhiyceffachuu kan danda’uu ta’uu qabu
- Dorgognomtoonnii raga dabalataa qaheenyaa (VAT) galmee ragaa kaffalaa gibiraa (Tin Number) waraqaa galmee raga daldalaa fi waraqaa galmee. dhiyyeessummaa keessatti kan galmaa’anii fi ragaalee ifaattii mul’atan dhiyyeeffachuu kan danda’aan.
- Dorgoomtoonnii sanadaa caalbaasichaa Bulchinsaa Aanaa Coomman Guduruu Mooraa ykn Dallaa Bulchinsaa Aanaa keessatti argamu Waajjirrii Maallaqaa Damee Aanaa Coomman Guduruu darbii 2ffaa waajjira Lakk 28tti Uffata seeraa, gommaa konkolaataa,motooraa fi kalamaadarii bakka tokkottii qarshii 500 (dhibba Shan) kaffaluun sanadaa caalbaasii bitaachuun gaafa guyyaa beeksifni kun ba’erra eegalee guyyoota hojii 15 (kudha shan) sa’aa hoji mootummaa 2:30 -6:30 tti akkasumaas sa’aatii boodaa 7:30-11:30tti ta’ee gaafa guyyaa 161faa Aanaa Coomman Guduruu Waajjira Maallaqaa Aanaatti darbi 2ffaa argamu kutaa bittaa lakk 28tti sanadaa caalbaasii dhiyyeessaa gatii keessaan poostaa cuqqalameen ykn samasamcen kooppii fi orijinaalaa tokko tokkoo poostaa qofa qofaan sanduuqaa caalbaasii maqaa mana hojii keenyaan qophaa’e keessaa galchuu qabduu.
- Sanduuqni caalbasichaa guyyoota hojii 15f (kudha shan) banaa ta’ee turuun gaafa guyyaa 15ffaa sa’a 11:30 irratti cufamee gaafa guyyaa 16ffaa (kudha jahaat) sa’a 4:30 irratti bakka dorgomtootni ykn bakka hu’oonni sima baniinsa caalbaasicha irratti hirmatanii xalayaa bakka bu insaa seera qabeessa ta’e qabatanii argamaanitti kutaa Adeemsa Bittaa, Bulchiinsa Qabeenyaa fi Tajaajila Maraa Biiroo lakkoofsa 28tti ykn bakka kutaan mija’eetti ni banama.
- Dorgomtootni kabachiisa wabummaa caalbaasicha sanada kecessan waliin CPO qarshii 40,000 kuma afurtamaa) baankiin mirkinaa’e maqaa waajjirrichan qabsisuu qaba akkasumas dorgomaan mo’ ate gosa meeshaamo’ ate irratti mana hojiicha waliin waliigaltee kan mallatteessuu ta’u qaba.
- Akkaataa qajeelfama dabalata qabeenyaa (VAT) % 15 keessa kara mana hojiicha % 7.5 citee kan hafuu yeroo ta’uu maallaqaa citeef nagahee seeraa qabeessa ni kenna akkasumas akkaataa qajeelfama Ministeera Maallaaqan bittaa mootummaa qarshii kuma kudhan of raawwatamuuf dhibbantaa(%2) kutee hambisuuf dirqama qaba.
- Waldaaleen IMX tin ijaaramanii wajjirichaa irraa gurmaa’an irraa xalayaa waabummaa iyyefachuu qabu
- Dorgomtootni caalbaasicha mo’atan hundii gosa meeshaa waliigaltee raawwatan hundaa baasii mataa isaaniin Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaa Coomman Guduruutti kuusa meeshaa waajjira Maallaqaa Aanichaatti dhiyeessun galii gochuu qabu.
- Waajjirichi gatii fooyya’aa yoo argatee caalbaasii kana gar -tokkes ta’ee guutummaan guutuutti haqudhaaf mirga qabaa.
- Daldalaan kanaan duraa meeshaalee mo ate waliigaltee mallattesu didee fi meeshaalee itti mo’ate hin dhiycesince dorgomuu hin danda,uu
- Sanduuqnii caalbaasii guyyoota hojii 15 (kudha shan) gaafa guyyaa 15/12/2017 hanga 08/01/2018 tti qilleensa irraa turce gaafa guyyaa 15ffaa (kudha shanaaffaa) sa’aatii 11:30tti cufamee gaafa guyyaa 16ffaa (kudha jahaaffaa) sa’aa 4:30tti bakka dorgoomtoonnii ykn bakka bu’oonni argamaan waajjira Maallaqaa Aanaa Coomman Guduruutti darbii 2ffaa kutaa Bittaa Bul.Qab.fi tajaajila maraa lakkoofsaa 28 ykn baakka kutaa haallii mijaa’eetti kan banamuu ta’a. Bakka Itti Argamuu: G/H/G/ Wallaggaa, Waajjira Maallaqaa Aanaa Coomma Guduruu, Magaalaa Aagaa.
Fageenyi Aanaa Keenyaa Magaalaa Aagaa irraa Hanga magaala Finfinneet KM 267
Oddeeffannoo dabalataaf lakk.Bilbilaa 0917836871/0922907192/ 0911411486/
Bulchiinsa Mootummaa N. Oromiyaa Godina Horroo Guduruu Waajjira Maallaqaa AanaaCoomman Guduruu