Your cart is currently empty!
Mana Murtii Olaanaa Magaalaa Adaamaa.mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Kallacha Oromiyaa(Sep 04, 2025)
ከስር የተቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ። Please read the detailed instructions below.
Caalbaasii
M/A/Mirgaa Obbo Maannee Abaataa fi M/A/Idaa Obbo Heenook Ingidaafi Aadde Lamalam Xilaahuun gidduu falmii himannaa raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Lakk.addaa cittuu isaa OROO1142603005 kan ta’e Magaalaa Adaamaa Aanaa Hangaatuu keessatti karee meetira 180.44irratti maqaa murtii abbaa idaatiin 2ffaattiin galmaa’ee argamu gatii ka’umsaa caalbaasii qarshii 3,069,799.49tiin gaafa 27/01/2018 sa’aatii 3:00 – 6:30 caalbaasii ifa ta’een waan gurguramuuf, namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan guyyaafi sa’aatii jedhametti iddoo manichi argamutti dhiyaattanii ka’umsa caalbaasii 25% CPO yoo caalbaasii mo’achhuu baate kan deebi’uuf Baankii Siinqeetti qabsiistanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Olaanaa Magaalaa Adaamaa.