Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Ispoortii Daraartuu Tulluu bara bajaata 2018ttii nyaataa bilchaataa gosaa adda addaa Leenjifamtoota Mooricha keessaatti Leenjii,aniif kan oluu bituu barbaada


Kallacha Oromiyaa(Sep 11, 2025)

Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።

Caalbaasii Ifaa

Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Ispoortii Daraartuu Tulluu bara bajaata 2018ttii nyaataa bilchaataa gosaa adda addaa Leenjifamtoota Mooricha keessaatti Leenjii,aniif kan oluu Inistiitiyuuticha keessaatti dhiyyesuuf namoota dandetti qaban akkata labsii bittaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk. 157/2002 fi Qajeelfamaa Bittaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qajeelfamaa Bittaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.01/2004 bahe irratti hunda udhaan caalbaasii ifaan wal-dorgomsiisee bituu barbaada.

Ibsa Bal`inaan

Caalbaasiin kun guyyaa Gaazixaan Bakkalchaa Oromiyaa Maxanfamee irra calqabee nyaataa bilchaataa gosaa adda addaa bitamuuf barbaadaman kan ibsu sanada caalbaasii qopha’e Kan hin deebine qarshii 100..00/100 (dhibba tokko) kanfaluun Inititiiyuuchaa keessatti argamuun Gamoo tokkoffaa kutaa Lakkofsaa 2 Galii taasisuun yeroo hundamaa sa’aatii hojii Mootummaattii Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Ispoortii Daraartuu Tulluu Sululta keessaattii argamuun kutaa Bittaa fi Bul. Faayinaansii Bulchinsaa Qabeenyaa lakk.2 dhufuudhaan Sandaa Caalbaasicha bitachuu ni danda’ama.

Dirqama Dorgomtoota (Ulaagaalee Caalbaasii Dorgomtoonni guutuu qaban)

1. Gibira bara 2017 kan kaffalanii fi Zarfii Meeshichaatiin heeyyama daldala haarome kan qaban, ragaa footoo koppii qabatama dhiyeessuu kan danda,an.

2. Galma’aa taaksii dabala qabeenyaa (VAT) kan qabaniifi footoo koppii sartafikeetii dhiyeessuu kan danda,an.

3. Galma’aa TIN kan qabaniifi footoo koppii sartafikeetii dhiyeessuu kan danda,an.

4. Tarree Dhiyeesitoota keessatti kan galma’aanii fi Ragaa Galmee Dhiyeesummaa Ministeera Mallqaa fi walta’iinsa Dinagdee YKN Caasalee sadarkaan jiraan irraa baasanii Kophiim isaa dhiyeessu kan danda’aan.

5. Dorgomtoonni baayinaa Gatii Waligala Nyaata Gosa adda addaa dokimentii tokko dorgomaan irraati %1 Kabachiisa Caalbaasii Mallaqa Callaa Inisitiiyuutii Leenjii fi Qorannoo Ispoortii Daraartuu Tulluutti galii taasisuun Naga’ee galii Kutaa Baasii Inistitiiyuutii keenyaattii ergaa itti citeen booda Koppii Naga’ee kanaas Sandaa caalbaasii Waliin Poostaa gagaan samsaamee faana dhiyaachuu qabu. Waldaan IMX Haala sirreefama danbii IMXf bara 2009 fi bara 2011 foyya’ee ba’ee fiQajeelfama BMWD Oromiyaa baraa 2009 baaseen ta’uu qaba.

6. Dorgomtoonni gatii nyaataa bilchaataa gosaa adda addaa ittiin dorgoman sanada caalbaasii irratti qofa guutuudhaan Orjinaala isaa fi footoo koppii isaa adda addaatti poosta gagaadhaan samsamameen dhiyeessuu qabu.Caalbaasiin kun Guyyaa Gaazexaa irraatti ba’ee eegalee Guyyoottaan hojii 15 (kudha shaniif) qilleensaa irra kan Oolu ta’ee gaafa guyyaa 16ffaa (kudha ja’affa) sa’aatii 4:00irrati Institiiyuutii keenya olittii ibsameettii saanduqaa Caalbaasii kanaaf qophaa’ee Galchu qabu.

7. Caalbaasiin kun guyaa armaan ol lakkofsaa 5 irratti ibsamee sa’aatii 4;30 irraatti dorgomtoonnii YKN bakkabu’oonii seeraa isaniifii qaamolen irratti hirmaachuu barbaadanbakka argamanittii ni banama.Dhabbannii caalbaasichaa galchee ykn bakka dorgomaan hin jirreetti Poostaan isanii ni banama.

8. Dorgomtoonni mo`atan yeroo waliigaltee mallatteessan gatii waliigalaa nyaataa bilchaataa gosaa adda addaa mo`atanii 10% wabummaa raawwii caalbaasiicha baankiidhaan kan raggaasifame (CPO) seera qabeessa ta’e dhiyeessuu qabu.Dorgomtoonni mo’ataa fi Mo’amaan Caalbaasichaa ergaa ifaa ta’ee walgaltee Mo’ataa waliin galameen booda Kabachiisni caalbaasii waliin galchitan Battalumattii fudhachu ni dandeessu.

9. Waldaa IMX kabachiisa Caalbaasiichaa haala sirreefama danbii IMXf bara 2009 fooyaa’e bahee fi Qajeelfama BMWD oromiyaa bara 2009 fi baraa 2011 kan rawwatamu ta’a.

10. Dorgomtoonni caalbaasii kana mo`atan baasii kamiyyuu danda’udhaan nyaataa bilchaataa gosaa adda irratti Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Ispoortii Daraartuu Tulluu Sululta keessaattii dhiyeessuu qabu.

11. Kaffaltii maallaqa gatii nyaataa bilchaataa gosaa adda addaa dhiyaataniif taasifamuuf akka mija’u dhiyeessan kamiyyuu herrega Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa qabaachuu fi beeksisu qabu.

12. Dhabbanii Dorgommi kanaaf dhiyaatu Seena hijii tajaajila Dhaabbata Kamiyyuu keessatti Kanaan duraa Rakkoo kan hin uumne fi Of eegannoon kan irraatti hin barreefamne ta’u qaba. hojii walfakkataa Ykn Nyaata bilchaata dhbbilee adda addaaf dhiyeessa kan turee fi Muuxannoo kan qabuu ragaa dhiyeefachu ni danda’aa

13. Inistiitiyuutiichi mala ykn filannoo biraa yoo argate caalbaasii kana gartokkeenis ta’ee gutummaa guutuutti haquudhaaf mirga qaba. Ragaa dabalataaf Lakk.Bilbila 09 10 28 26 57 ykn 09 92 98 30 60

 Inistiitiyuutii Leenjii fi Qorannoo Ispoortii Daraartuu Tulluu Sulultaa


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *