Godina Harargee Bahaani Waajjimi Maallagan Aanaa Gursum bara Baajata 2018’tif kan oolu, Maxxansaa adda addaa Meeshaa konkolaataa, Meshaalee mootarsaaykilaa, sanyii mukaa, adda addaa fi meeshaa leenji kolleji BLTO caalbaasi ifaatin waldorgomsiisee bituu barbaada


Addis Zemen(Sep 23, 2025)

Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

Godina Harargee Bahaani Waajjimi Maallagan Aanaa Gursum bara Baajata 2018’tif kan oolu, Maxxansaa adda addaa Meeshaa konkolaataa, Meshaalee mootarsaaykilaa, sanyii mukaa, adda addaa fi meeshaa leenji kolleji BLTO caalbaasi ifaatin waldorgomsiisee bituu waan barbaaduuf dorgomaan ulaagaa asi gadi pan dorgoma ni dandressa

Ulaagaalee Qajeelfama Dorgemtootas

  1. Dorgomaan Hayyama daldalaa soera qabeessaa fi bara 2018 akkaataa qajeelfama waajira daldalaatti kan haaromse
  2. Dorgomaan Tareefama dhiyeesitoota keessatti kan galmaa’e jinuo fi galmee Tarreefama dhiyeessitoota haarome keessatti galmaa’aa ta’uuf ragaa dhiyeessuu kan danda’an
  3. Ragaa kafalttii gibira bara 2017 akkaataa Qajeelfama A/T/Galiiwwaniitti dhiheessuu kan danda’u.
  4. Dorgomaan Galmaa’aa taaksii dabalata qabeenyaaf (VAT) ykn ToT ragaa dhiheessun kan danda’s
  5. Sanadni caalbaasi haqaa fi laaga qabu fudhatama hin qabu
  6. Gatin meeshaa dhiyaatu Taaksii (VAT)ykn TOT dabalatee guutuu isin ima jiraata
  7.  Dorgomaan faula sanadaa hunda irratti sumuda (stamp) isaanii dhahuun mallatteessuu qaba
  8. Dorgomaan kabachiisa caalbaasiif CPO maallaqa Itiyoophiyaa Qarshii gatii waliigalaa caalbaasicha irraa Parsantii (2%) Jachuunis 15,000 (Qarshii kuma kudhaa Shan) ykn CPO baankiidhaan mirkanaa’e dhiyeessuu qaba. IMX Harawaaf Waabii Waajjira IMX fi Carraa Hojii umuu irraa.
  9. Dorgomaan mo’e meeshaalee mo’atan hanga Mankuusa (Istoora) Waajjira Maallaqaa Aanaa Gursum geessuu qaba.
  10. Dorgomtoonni gatii yommuu gautan (specification) sirri fi wantoota walitti hidhaminsa qabu akka hamatteetti beekee guutuu qaba.
  11. Dorgomaan caalbaasicha gufachiisuuf yaalan kabachiisni caalbaasii irraa dhaalamu fi caalbaasii fuula duras irraa kan ugguramu tahuu hubatamuu qaba.
  12.  Dorgomaan sanada caalbaasii guyyaa beeksifni kun gaazexaa Addis zaman irratti bahe irraa kaasee Waajjira Maallaqaa Aanaa Gursum kutaa lakk 3 irraa qarshii 200 (qarshii dhibba lama) kan hin deebineen bitachuu danda’a
  13. Caalbaasiin eega banamee booda yaada jijjiiruu, fooyyessuun ykn caalbaasii keessa of-baasuun goonkuma hin danda’amu
  14. Dorgomaan caalbaasi erga mo’ce booda guyyoota hojii 15 (kudha shan) keessatti waliigaltee mallatteessuu qaba.
  15. Dorgomaan erga mo’ee guyyaa hoji 15 (kudha shan) keessatti yoo waliigahee hin mallateesine dorgomaa lammaffaa baheef carraan ni kennama.
  16. Qaamni bittaa raawawtu meeshaa ykn tajaajila gaafate irratti % 20 dabalu ykn hir ‘isu mirga qaba.
  17. Dorgomaan caalbaasii mo’ate kabachiisa waliigaltee meeshaalee gatii itti mo’ee waliigala irra %10 gabsilisus qaba
  18. Bakka/Iddoon Saanduqni Caalbaasii ykn sanadni itti dhiyaatu Waajjira MWD Aanaa Gursum kutaa Garee bittaa ta’a.
  19. Waajjirichi filannoo fooyya’e yoo argatee caalbaasicha guutummaan guutuutti ykn gar-tokkee isaa haquadhaaf mirgi guatus qaba.
  20. Caalbaasiin kun guyyaa 13/1/2018 irraa jalqabee hanga guyyaa 3/2/2018 banaa ta’uudhaan guyyaa 3/2/2018 sa’aatii 11:00 PM irratti ni cufama. Caalbaasiin kun guyyaa 04/02/2018 sa’aaTII 3:30 AM bakka dorgomooti ykn bakka bu’conni dorgomiootaa seera qabeessa ta’an argamanitti Waajjira Maallaqaa Aanaa Gursumitti kan banamu ta’a

Odeeffanaoo dabalataaf-Lakk Moobaayilii 0920902865,0913234372,0923958023 ykn 0910131476 Waajira

Maallaqaa Aanaa Gursum.

Godina Harargee Bahaatti Waajira Maallagan Aanaa Gursum