Baankii Siinqee W.A Mana Jireenyaa gurguruu barbaadaa


Kallacha Oromiyaa(Oct 16, 2025)

ከስር የተቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ። Please read the detailed instructions below. 

Beeksisa Caal-baasii Siinqee

Lakk.BS/KTS/003/2018

T. L

 

Maqaa Liqeeffataa

Maqaa Nama qabeenya qabsiisee

Damee Liqeesse

Teessoo Qabeeya Caalbaasiif dhiyaatee, Lakk.Kaartaa, fi Bal’ina Lafichaa

Ka’umsa Caalbaasii Qarshiidhaan

Yeroo Caalbaasiin itti gaggeeeffamu

Marsaa Caalbaasii

Qabeenya Caalbaasiif dhiyaate

Magaala/Kutaa Magaalaa/Aanaa/ Ganda

Lakk. Kaartaa

Bal’ina Lafaa

Guyyaa

Sa’atii

1

 

Saamiraawwit Warquu Habte Gabriel

 

Ashannaafii Dastan Alamar

 

Agamsaa

 

Mana jireenyaa

 

Magaalaa Sulultaa Ganda 01

SUL/2066/2002

 

200m²

 

4,009,311.27

 

8/3/2018

4:00-6:00

2ffaa

Masrashaa Warqineh W/Masqal

Agamsaa

 

Mana jireenyaa

Magaalaa Sulultaa Ganda NMA

SUL/2067/01

200m²

3,341,793.66

8/3/2018

8:00-10:00

 

2ffaa

2

Fedhashi Abdiisaa Mucee

Galataa Barbaadaa Tolasaa

Qarsaa

Mana jireenyaa

Aanaa Qarsaa Mag. Qarsaa Ganda 01

2/150027/32/2012

200m²

699,241.33

8/3/2018

4:00-6:00

2ffaa

Baankiin Siinqee W.A Qabeenya armaan gadii bu’uura Aangoo Labsii 97/1990 (akka fooyya’etti) kennameefiin gurguruu barbaada

Dambiiwwan Caalbaasii:

1) Dorgomaan ykn bakka bu’aan seeraa dorgomaa gatii ka’uumsa Caalbaasichaa 1/4 Ajaja Baankii /C.P. O/ dhaan mirkanaa’e qofa qabsiisuun galmaa’uun dorgomuu ni danda’a. Dorgomaan Caalbaasiicha mo’ate guyyaa 15 (kudha shan) keessatti gatii qabeenyicha ittiin mo’ate kaffalee xumuruu qaba. Kan hin xumurre yoo ta’e, qarshii qabsiise Baankichaaf galii ta’ee, Caalbaasichi kan haqamu ta’a. Dabalataan garaagarummaa gatii qabeenyichi Caalbaasichaaf irra deebiin ba’uun uumamuuf itti gaafatamaa ta’a.

2) Dorgomaan caalbaasii irratti gatii ol’aanaa dhiyeesse caalbaasichaa mo’aachuu isaa qaama dhimmi ilaaluun erga mirkanaa’een booda xalayaa mo’aataa ta’uu isaa ibsu kennamaaf.

3) Dorgomtoota Caalbaasicha mo’atamaniif Ajaja Baankii /C.P.O’n qabsiisan guyyuma sana deebi’aaf.

4) Caalbaasii irratti argamuu kan danda’u dorgomaa, liqeeffataa fi qabsiisaa qabeenyaa ykn bakka bu’aa seeraa isaanii qofa ta’a.

5) Caalbaasichi kan adeemsifamu bakka qabeenyoti kunneen argamanitti ta’a.

6) Kaffaltii jijjirraa maqaa akkasumas kaffaltii liizii fi kanneen biroo bitataan bu’uura seeraatiin akka kaffaluuf murtaa’ee/dirqamu kanneen Taaksii waliin walqabatan bitatsan/mo’ataan battala Caalbaasii mo’atee qabee kan kaffalu ta’a.

7) Waldaan Daldalaa Waldicha bakka bu’ee Caalbaasicha irratti dorgomuu barbaade sanada aangoo qaamaa seerummaa qabaachuu isaa agarsiisu (Barreeffama Hundeeffamaa fi ykn Dambii ittiin Bulmaataa) fi aangoo bakka bu’insa seeraa qabatee dhiyaachuu qaba.

8) Baankichi karaa mijaawaa biroo yoo argatee, Caalbaasicha guutummaatti ykn gar-tokkeen haquuf mirgi isaa kan eegamedha.

9) Namni qabeenya Caalbaasiif dhiyaate kana ilaaluu barbaadu, Dameelee liqeessaa beellama qabsiifachuun ilaaluu ni danda’a.

10) Dorgomaan moo’ataa caalbaasiti kan jedhamu moo’ataa ta’uu isaa kan ibsu barreeffamaan yeroo xalayaan harka isa gahu qofadha

11) Dorgomaa moo’ataa caalbasii ta’eef baankichi bu’ura poolisii liqaa, Qajeelfamaa fi haal duree jiruutiin liqaa hanga 50% mijeessuu danda’a

12) Odeeffannoo dabalataaf: Lakkoofsa bilbilaa Baankii Siinqee Kutaa Tajaajila Seeraa (011-557-6016), Damee Agamsaa, 0912695856, Damee Qarsaa, (0910576438), ta’e irratti bilbiluun gaafachuun ni danda’a.

Baankii Siinqee W.A 


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *