Godina Qellem Wallaggaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Laaloo Qilee Bara Baajetaa 2018keessaa Daandii Gandoolee Aanichaa keessaatti argamu suphisiisuuf namoota heyyama seeraa qaban wal-dorgomsiisee Maashina suphaa daandiif barbaachisu kireeffachuu barbaada.


Kallacha Oromiyaa(Oct 23, 2025)

Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።

Caalbaasii Ifaa

Godina Qellem Wallaggaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Laaloo Qilee Bara Baajetaa 2018 keessaa Daandii Gandoolee Aanichaa keessaatti argamu suphisiisuuf namoota heyyama seeraa qaban wal-dorgomsiisee Maashina suphaa daandiif barbaachisu kireeffachuu barbaada.

Ulaagaalee Dorgomiichaaf barbaachisu

1. Heyyama Mashinoota kana/ konkolata Barbaadamuu kan qabu.

2. Gibira bara 2017 kan kaffalee fi heyyama bara 2018 kan haareffate.

3. Lakkoobsa TIN kanqabu

4. Seera Caalbaasii kabajee kabachiisee dorgomuuf fedha kan qabu.

5. Guyyaa Galmee 14/2/2018 irraa eegalee 10/3/2018tti.

6. Guyyaa Caalbaasii itti banamu gaafa 11/3/2018 dorgomaan sanada caalbaasii isaa poostaan cuufee maqaa dhaabbatichaa irratti barreessuun chaappessuu fi mallatteessuun saanduqa caalbaasii keessa ergaa buusee booda sa’atii 3:00 tti irratt saanduqi caalbaasii cuufamee guyyuma kana sa’atii 3:30 irratti sanada caalbaasii banama.

7. Mashina kana hanga magaala laalotti abbaa maashinaatu dhiyeeffata.

8. Bakka galmee waajjira maallaqaa kutaa bittaatti.

9. Konkolataa kana bakka /naannoo/buusutti bakka abbaan bajeetaa jirutti yoo bu’uu baate fudhatama kan hin qabne ta’a.

10. Sanada caalbaasii qarshii hin deebine (400) bitachuu kan danda’u.

11. Galma’aa VAT kan ta’e.

12. Kabachiisa Caalbaasii CPO 2% bajeetichaa qabsiisuu kan danda’u.

13. Gatiin guutamu Boba’aa,servisii,Ogeessa Konkolachisu fi vaatii dabalatee guutamu qaba

14. Sayiti gara sayitti geejjabsisee kan hojjechisuu kan danda’uu.

Bakka Daandii Hojjetamu qabu

1 laaloo-waabara -D/jaarsoo 2 laaloo -W/dibabaa 3 laaloo nya’aa -B/Kellaa 4 laaloo saggoo 5 Dogonoo  B/buubaa 6 A/kuchoo- sarbaa 7 Qarsaa – manjosoo 8 jirruu-D/A/booro tu hojjetama

Gosii Mashinoota Barbadaman

T/L

 

GosaMaashinii

 

Safartuu

 

Baayina

 

Gatii sa’atii tokkoo VAT wajjin

 

Girederii (180H) cat isa ol

Sa’atii

1

 

2

Exkaavaaterii 320 cat fi isaa ol abba gommaa

Sa’atiih

1

 

3

Sino Truck 16 m3

 

Km

 

0-5

 

6-10

 

11-15

 

6-10

 

4

Rolloo 16 tone

Sa’atii

1

 

5

Shower track 13000 lit fi isaa ol

M3

 

 

Hubachlisa :-Waajjirichi filannoo biraa yoo argate caalbaasicha walakkaan ykn guutumaan guutuutti haquu nidanda’s Yaada dabalataaf Lakk bilbilaa 09 20 43 07 62, 09 10 13 40 58 ykn 09 13 48 91 83

Waajjira Maallaqaa Aanaa Laaloo Qilee


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *