Your cart is currently empty!
Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Godina Harargee Lixaatti Wajjirii Maalaqaa Bu/ Mag/Baddeessaa projakitoota bara baajata 2018 karorfaman keessa, karaa kessakessaa banu fi cirachaa afuuf maashinota adda addaa hojjii kanaaf barbaachisan caalbaasii ifaatiin dorgomsiisee sa’aan kireefachuu barbaada
Kallacha Oromiyaa(Oct 23, 2025)
Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።
Caalbaasii Kiraa Maashinotaa Lakk. 02/2018
Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Godina Harargee Lixaatti Wajjirii Maalaqaa Bu/ Mag/Baddeessaa projakitoota bara baajata 2018 karorfaman keessa, karaa kessakessaa banu fi cirachaa afuuf maashinota adda addaa hojjii kanaaf barbaachisan caalbaasii ifaatiin dorgomsiisee sa’aan kireefachuu barbaada. Kanaafuu Dhabbattooni Ulaagaa armaan gadii guuttan akka dorgomtan affeeramtanii jirtu.
1. Meeshaa/maashina/ gosa sanada Caalbaasii keessa gaafatamee qofa Dhiyeesuf Hayyama daldalaa gosa hojjii kana kan qabu,Gibira bara 2017 kan kafalee fi 2018 kan harom fatee ta’uu isaa raga dhiyeessuu kan danda’u.
2. Dorgomaan facaatii dhiiyyeesitoota keessaa galma’uu isaanii ragaa dhiyyeessuu kan danda’an ta’uu qaba
3. Gibira kaffalu issaa kan ibsuu xalayaa quliquliinaa/kilrance kan qabu
4. Dorgomatooni Taksii Dabalataa (VAT) galma’aa ta’uu isaa ragaa dhiyeessuu qaban.
5. Kabachisaa Caalbaasii Qar. 100,000 (kuma dhiba tokko) CPOn Baankii seera qabeessaan mirkanaa’e fi /Unconditional/ kan ta’en Caalbaasin osoo hin banamin qabsisuu qaban.
6.Dorgomtoonni gosa maashinotaa fi odefano dabalataa(kan akka Uulaagaa. tekniikaa) argachuf maallaqa hin deebine qarshi,Qar.800 {dhiba sadet} Abba Taayitaa Galiiwwanii Bu/Mag/Baddeessaatii kafaludhaan sanadaa caalbaasii qophaa’e Waajjira Maallaqaa Bu/Mag/Baddeessaa irraa ni fudhatu.
7. Caalbaasin Guyyaa Beeksisni kun bahee irraa eegalee guyyootaa hojji 15f dorgomtootaaf bana ta’a.
8. Dorgomtoonni Sanada caalbaasii guutanii Orijinaala fi koppii tokko guyyaa beeksifnii kun bahee irraa egalee guyyootaa hojjii waliti anan 15f sanduqaa dhimaa kanaf qopha’e keessaa galchu ni dandeessan.
9. Caalbaasin guyyaa 16ffaatti sa’aa 4:00 cufamee Sa’aa 4:30tti dorgomtoonni ykn baka bu’aan isaanii bakka argaman itti ni banama.
10. Dorgomtoonni ykn bakka bu’aan isaani jiraachuu baatanis caalbaasiin ni banama.
11. Baniinsi caalbaasii guyyaa hojii mootummaatiin ala yoo ta’e guyyaa hojjii mootummaa itti aanutii banama.
12. Waajjirri yaada fooyya’aa fi filatamaa yoo argate caalbasii gartokkeenis ta’e guutumaan guutuutti haquuf mirga qaba.
Idoon isaa Godina H/ Bu/Mag/Baddeessaa Lakk.Bilb. Lixaatti Waajjira Maallaqaa 09 20 44 55 88/09 12 39 90 81
WaajjiraMaallaqaa Bul/Magaalaa Baddeessaa