Your cart is currently empty!
Mana Murtii Aanaa Barraak mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Kallacha Oromiyaa(Oct 23, 2025)
Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።
Caalbaasii
R/Himattoota Fireewoot Silaashii faa N-4 fi himatamtuu Aadde Yewarquhaa Walee jidduu falmii hariiroo hawaasaa jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Burraayuu Bulchiinsa Aanaa Ejersa Goorootti ballina M² 865.5 irratti argamu, Lakk.kaartaasaa A-95- 4114/84 fi lakk.manaa isaa 7415 ta’e, gatii ka’umsa caalbaasii qarshii 15,000,000(Miliyoona Kudha Shaniin) gaafa 10/03/2018tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan iddoo manichi argamutti qaamaan dhiyaachuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan manni murtii ni beeksisa.
Mana Murtii Aanaa Barraak