Mana Murtii Aanaa Waacaalee mana jireenyaa gurguruu barbadaa


Kallacha Oromiyaa(Oct 23, 2025)

Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።

Caalbaasii

R/Himattuun Aadde Dirribee Fiqaaduufi R/Himatamaan Obbo Fayyisaa Rattaa jidduu falmii jiru ilaalchisee mana jireenyaa falmiif ka’umsa ta’e Aanaa Waacaalee ganda qonnaan bulaa ingooyyee gordomaa keessatti argamu ka’uumsa caalbaasii qarshii 60,000tiin nama gatii olaanaa dhiyeessetti caalbaasii ifaa ta’een gaafa 07/03/2018 sa’aatii 3:00 – 6:00tti waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomuudhaan bitachuu qaamaan dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Waacaalee.

 


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *