Your cart is currently empty!
Dhabbaata Mayikiroo Fayinansii Isheet mana ijaramee Magaala Haroo Gandaa 01 keessaati argamuu gurguruu barbadaa
Kallacha Oromiyaa(Feb 05, 2026)
Caalbaasii Gurgurtaa Mana
Dhabbaati keenyaa Dhabbaata Mayikiroo Fayinansii Isheet qabeenyaa isaa kan ta’e Mana Wajjiiraaf ykn Biroof taúu Baliina lafaa karee meetirii 500km² ta’ee irraati mana ijaramee Magaala Haroo Gandaa 01 keessaati argamuu lakk. Kartaa isaa HW/378/2011 ta’een maqa isaatiin galma’ee jiru calbaasii banan dorgomsiisee gurguruu waan barbadeef namooni bitachuu barbadaan ka’umsii gurgurtaa calbasiichaa qar.5,500,000.00(Miliyoona Shaan fi Kuma Dhibbaa Shan) waan ta’eef mana kana bitachuu kan barbadaan bakka inni jiru dhaquun ilaluun dorgomtanii biitachuu kan dandeesaan yoo ta’u, mani kun kan argamuu Magaala Haroo Gandaa 01 ta’e calbaasiin gurgurtaa kun kan gageefaamu Dhabbaata Mayikiroo Fayinansii Isheet Magaala Haroot kan argamuu calbaasiin kun kan gageefamu gafaa guyyaa 10/06/2018 sa’aati 4:00 ti hangaa sa’ati 7;00 ti ta’u bektaani qamaan argamuun waraqaa enyuumaa fi qarshii ka’umsaaf calbaasiif dhiyyaate 1/3 isaa qaabatani dhiyyaachuun dorgomtaani bitachuu kan dandeesaan ta’e Dhabbaatichii filannoo biraa yoo kaan calmaa yoo argaate garuu calbasiichaaf hin dirgamu.
Dhabbaata Mayikiroo Fayinansii Isheet