Manni hojju Waajjira Misooma Magaala fi Manneenii Go/Sh/Lixaa Ijjarsaa Gamoo G+4 Haara Tajjaajjiila Adda Addaatiif oluu (kafteriya mana Galme,mana kuusa,bakka turti Da’imanii)Mana Wardiyaa,site workii Iddo Dhaabbii konkolaataa fi Hanroomsa Gamoo duranii,Magalaa Amboo keessatti ijaarsisuul dorgomtoota ulaagas guutan wal- Dorgomsiisee hojjachiisuu barbaada..


Kallacha Oromiyaa(Feb 05, 2026)

Caalbaasli

Manni hojju Waajjira Misooma Magaala fi Manneenii Go/Sh/Lixaa Ijjarsaa Gamoo G+4 Haara Tajjaajjiila Adda Addaatiif oluu (kafteriya mana Galme,mana kuusa,bakka turti Da’imanii)Mana Wardiyaa,site workii Iddo Dhaabbii konkolaataa fi Hanroomsa Gamoo duranii,Magalaa Amboo keessatti ijaarsisuul dorgomtoota ulaagas guutan wal- Dorgomsiisee hojjachiisuu barbaada..

1. Waajjira Misooma Magaala fi Manneenii Go/Sh/Lixaa, bara Baajataa 2018tti gamoo abbaa darbii Afurii (G+4) Tajaajila adda addatif oolu, (Kafteriya mana Galme,mana kuusa,bakka turti Da’imanii) Mana Wadiyaa ,site workii fi Haaroomee Gamoo duranii,magaalaa Amboo keessatti turtii bara bajataa wagan Lama keessatti hojjachiisuu barbaada.

2. Waajjira Misooma Magaala fi Manneenii Go/Sh/Lixaa;kontiraaktaroota gosa waliigalaa ykn kontiraaktaroota ijaarsaa BC-4 ykn GC-4 fi isaa ol ta’an hunda kan hayyama isaanii bara 2018 E.C haaromfame affeeree jira.

3. Sanadoonni caalbaasii iyyannoo barreeffamaa dhiyeessuun fi kaffaltii hin deebineen Qar 2,000 (kuma Lama) beeksisa guyyaa jalqabaa yeroo sa’aatii hojiitti gaazexaa Kallacha Oromiyaa irratti bahee irraa eegalee hanga dhumaatti Waajjira Mallaaqa Go/Sh/Lixaa irraa bitamuu ni danda’a. Wiixataa hanga Jimaata yeroo sa’aatii hojitti Dorgomaan qarshii 2,000(Qar.kuma lama)Teele Birritti (Tele Birr) short code 541445 fioperator Id 11 22 33 ta’ttiin kanfaluun waajjira Gaalii Godina Sh/Lixaa irra naga’ee ittin kanfalan dhiyyessuu bitachu ni-danda’a. Dorgomaan “VAT” fi ragaa galmee TIN, hayyama daldalaa seera qabeessa ta’ee fi ragaa galmee seera qabeessa ministeera konistiraakshinii ykn Abbaa Taayitaa konistiraakshinii Oromiyaa biraa fudhatee galmaa’e iyyata waliin dhiyaachuu qaba.

4. Dorgomtoonni odeeffannoo dabalataa argachuu, sakatta’uu fi sanada caalbaasii, Waajjira Misoomaa Magaalaa Godina Shawaa Lixaa armaan olitti ibsame irraa argachuu ni danda’u.

5. Caalbaasiin hundi wabii caalbaasii maallaqa callaa baankii Siinqee Damee Amboo lakk.1071403051215 irratti Qarshi;-500,000 (Qarshii kuma dhibbaa shannii qofa) guyyaa caalbaasiin banameen booda guyyoota 120f kan hojjetu ta’uu qaba, Wabii caalbaasiitiif Qar. 500,000 bifa Maallaqa Callaa Baankii siinqee irraatti Maqaa Waajjiraa Maallaqaa Go/Sh/Lixaatiif galii ta’ee naga’een dhiyaachuu qaba.

6. Caalbaasiin akkaataa hojimaata caalbaasii ifaa labsii bittaa mootummaa Rippabiliika Dimookiraatawaa Federaalaa Itoophiyaa keessatti argamuun kan gaggeeffamu yoo ta’u, dorgomtoota ulaagaa guutan hundaaf banaadha kunis (Sadarkaa lama: Sadarkaan jalqabaa madaallii duraa fi teeknikaa dha & lammaffaan. sadarkaa :- madaallii faayinaansii dha).

7. Tuutni sanada caalbaasii afaan Oromiffaan guutuu ta’e dorgomtoota fedhii qabaniin bitamuu ni danda’a, iyyata barreeffamaa, waraqaa ragaa galmee VAT, Ministeera Ijaarsa ykn Abbaa Taayitaa Ijaarsa Oromiyaa dhiyeessuu irratti ragaa galmee haaromfame, waraqaa ragaa galmee daldalaa haaromfame, hayyama daldalaa haaromfame, Ragaa galmee kaffalaa gibiraa fi gibira Qulqulleessuun Biiroo Galii Oromiyaa Ykn ERCA irraa fi EGP keessatti galmaa’uun teessoo armaan gaditti ibsamee fi kaffaltii hin deebine Qar. Itoophiyaa 2000 (kuma lama) Herrega baankii armaan olitti ibsametti fiduudhaan nagahee gara Waajjira Mallaaqa Go/Sh/ Lixaatii hanga guyyaa hojii 21ffaa fi sa’aatii hojii guyyaa beeksisa jalqabaa gaazexaa kallacha Oromiyaa irratti jalqabe irraa eegalee sa’aatii hojiitti Wiixataa hanga Jimaataatti.

8. dhiyeessuu fi baniinsa caalbaasii

a. Yeroon xumuraa caalbaasii (gahumsa teeknikaa fi dhiyeessii faayinaansii of danda’ee) dhiyaachuun guyyaa hojii 22aa sa’aatii biyya keessaa sa’aatii 8:00 ykn sana dura guyyaa jalqaba gaazexaa kallacha Oromiyaa irratti beeksise irraa eegalee ta’a. Guyyaan digdamii -lammaffaan (22ffaa) guyyaa hojii yoo hin taane, guyyaa hojii itti aanu ta’a.

b. Orijinaalli fi waraabbii sanadoota gahumsa teeknikaa adda addaan envelope cufame keessatti “Orijinaal fi waraabbii sanadoota gahumsa teeknikaa” jedhamee mallatteeffame keessatti kan kaa’amuu fi envelope lamaan envelope alaa guddaa keessa kaa’amee cufamuu qaba. Enveloppiin alaa kun teessoo dhiyeessii fi odeeffannoowwan biroo waraqaa ragaa caalbaasii irratti agarsiifaman kan qabu yoo ta’u, “KOREEN CAALBAASII IRRATTI QOFA BANAMU” jedhamee ifatti kan barreeffame yoo ta’u, Wabii Caalbaasii qofatti saamsuun sanada teeknikaa orijinaala waliin ni kaa’ama.

C. Orijinaalli fi kooppiin sanadoota dhiyeessii faayinaansii addaan baafamee envelope cufame keessatti kan mallatteeffame “Orijinaal fi Koppii Sanadoota Dhiyeessii Faayinaansii” jedhamee kan mallatteeffame yoo ta’u, envelope lamaan envelope alaa guddaa keessa kaa’amee cufamuu qaba. Enveloppiin alaa kun teessoo dhiyeessii fi Odeeffannoowwan biroo waraqaa ragaa irratti agarsiifaman kan qabu yoo ta’u, “Bakka Koreen caalbaasii jirutti qofa banama” jedhamee ifatti kan barreeffame ta’uu qaba.

d. Sanadni Lamaanuu Piropozaala Teeknikaa fi Faayinaansii Envelope haadha tokko keessa kan kaa’amu yoo ta’u envelope alaa kun teessoo dhiyaannaa fi Odeeffannoowwan biroo waraqaa ragaa irratti agarsiifaman kan qabuu fi “Bakka jirutti qofa banamuu kan qabu ta’uu qaba kan Koree caalbaasii”.

e. Chaappaa, mallatteessuu fi mallattoon caalbaasii akkaataa qajeelfama qajeelfama dorgomtootaatiin ibsameen ta’uu qaba.

f. sanda callbasii qopaeessuu keessatti dooromotoonni ragaa caalbaasii sanada caalbaasii keessa jiruu qarachuun irraa eegama

g. Sanadni ulaagaa guutuu guyyaa beeksisa jalqabaa guyyaa Hojii irraa eegalee guyyuma sanatti sa’aatii biyya keessaa sa’aatii 8:30tti guyyaa 22ffaa ni banama. Guyyaan digdamii lammaffaan guyyaa hojii yoo hin taane, guyyaa hojii itti aanu ta’a.

h. Sanadni dhiyeessii faayinaansii cufamee kan turuu fi saanduqa kanaaf qophaa’e keessatti bakka odiitarri ykn qaamni maamilchi hayyamame kamiyyuu jirutti, hanga dhiyeessiin faayinaansii(S) dorgomtoota gahumsa qaban becksisa banamurti ni qabaata.

i. Koroon maamilaan ramadame bu’uura deebii kennuu isaanii sanada caalbaasii irratti hundaa’uun gahumsa dorgomtootaa ni madaala, ulaagaa madaallii guutuu qaba, waraqaa ragaa caalbaasii keessatti ramadame hojira colchuudhaan, Dorgomaan sadarkaa kanatti ni kufa yoo ta’e sanada caalbaasii irratti deebii hin kennu yookiin walsimslisaa teeknikaa isa xiqqaa sanada caalbaasii irratti himatame galmaan gahuu dhabuu

j. Dhiyneslin faayinaansii dorgomtoota ulaagaa Teeknikaa ulaagaa guutan ykn Fitted fi isaa ol ta’an qofatu guyyas hanamuu faayinaansil ni banama. Faayinaansii baname dorgomtoota ulaagaa guutuu hin qabne (ie Ulanga guutuu ahaachuu qaba osoo hin banamin ni deebi’a). Maamilchi guyyaa fi sa’aatii banamuu Caayinaansli dorgomiootaal ni Ibsa

k. Sanada sobaa (sobax) fi/yookiin sanada gahumsa teeknikaa irratti dhiyeessii faayinaansii agarsiisuuf yaaliin yao godhame caalbaasichi akka kuffisu ni taasisa.

L Maamilchi “Sanada Gahumsa Tecknikaa” “Sanada Dhiyeessii Faayinaansii” envelops keessatti dogoggoraan kanamun ykn faallaa kanaatiin, kan dorgomaan diduu fi itti gaafatamummaa hin fudhatu.

9. Hoja omaan caalbaasichas guyyaa caalbaaslin baname irraa eegalee guyyoota kaalaandarii 120 ta’a.

10. jaarsi hoji goya hojin jalqabame irraa eegalee hanga guyyoota kaalaandarii 480 (Dhibba Afuriif Sadetama) ta’een kan sumuramu ta’a & baalli mijataan yoo jiraate (baajata guutuu qabaachuu) maamilchi goya hojin sumuramo Aiggessuu ni danda’a

11. Kominal aosta bojil harkas gaban adcomsi hoji fizikaalaa %75 ol guutuu ta’uu fi ragaan Maamila projektoota iasa walinti gahama qaba

12 12 Wars Miscoma Magasta i Manneenil Go/Sh Lixan caalbaasii kana gar tokkeen ykn hunda fudhachuu ska Giudad miga qaba Odeeffannie dabalataaf:- Bilbila:- 011 236-6119 ykn 09 11 46 58 54

Manni hojjii waajjira misooma magaala fi manneeni  Go/Sh/Lixaa


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *