Mana Murtii Ol’aanaa Godina Shawaa Bahaa mana daldalaa gurguruu barbadaa – test3.diretenders.com

Mana Murtii Ol’aanaa Godina Shawaa Bahaa mana daldalaa gurguruu barbadaa


Kallacha Oromiyaa (May 07, 2026)

Beeksisa caalbaasii

M/A/Mirgootaa Aadde Mulunash Salbaanaa faa N-6 fi M/A/Idootaa Aadde Wasanee Dambal Sirnaa fa’aa N- 110 jidduu falmii himannaa raawwachiisaa murtii jiru ilaalchisee mana daldalaa qorqorroo luukii 110 of irraa qabu,ballina M² 1350 irratti Magaalaa Maqii Ganda Boolee keessatti argamu,gatii ka’umsa caalbaasii qarshii 2,048,000n gaafa guyyaa 18/9/2018 sa’aatii 7:00 – 10:30tti caalbaasii ifa ta’een waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan kabachiisa caalbaasii 1/4 CPO orjinaala maqaa Mana Murtii Ol’aanaa Godina Shawaa Bahaatiin hojjechiiftanii guyyaafi sa’aatii jedhametti waraqaa eenyummaa / Faayidaa/ isin ibsu qabattanii dorgmtanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol’aanaa Godina Shawaa Bahaa


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *