Your cart is currently empty!
Bulchiinsa Magaalaa Shaggar K/M/L/X/L/ Daadhiitti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Dambal Xaafoo bara baajataa 2018 tiif kan tajaajilu: Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Dhaabbii,Meeshaalee Elektirooniksii, Uffata Seeraa Hojjettootaa fi_Gommaawwan konkolaataa Seektaroota Mootummaa Aanicha jalatti argamaniif dorgomsiisee caal-basiidhaan bituu barabaada
Kallacha Oromiyaa(Aug 14, 2025) Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ። Caalbaasii Bulchiinsa Magaalaa Shaggar K/M/L/X/L/ Daadhiitti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Dambal Xaafoo bara baajataa 2018 tiif kan tajaajilu: Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Dhaabbii,Meeshaalee Elektirooniksii, Uffata Seeraa Hojjettootaa fi_Gommaawwan konkolaataa Seektaroota Mootummaa Aanicha jalatti argamaniif dorgomsiisee caal-basiidhaan bituu barabaada. Ulaagaalee Dorgommichaaf…
Waajiri Maallaqaa Aanaa Coomman Gudurus bara baajata 2018 tii meeshaalee seektarota aanaaf kan oolu meeshaalee barressaa, qulqullinaa, elektroniksi, jaarsa fi furnicheerif,dhumaata biroo keessaa uffataa seeraa hojjettotaa,gommaa konkolaataa. motoraa fi kalamadaariiw walin caalbaasii ifaan dorgomsisce bituu harbaada
Addis Zemen(Aug 21, 2025) Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ። Beeksisa Caalbaasii 1faa Lakk.01/2018 Waajiri Maallaqaa Aanaa Coomman Gudurus bara baajata 2018 tii meeshaalee seektarota aanaaf kan oolu meeshaalee barressaa, meeshaalee qulqullinaa, meeshaalee elektroniksi, meeshaalee jaarsa fi furnicheerif, meeshaalee dhumaata biroo keessaa uffataa seeraa hojjettotaa,gommaa konkolaataa. motoraa fi kalamadaariiw walin…