Your cart is currently empty!
Bulchiinsa Naannoo Oromiyaatti Godina Harargee Lixaatti Waajjiri Maallaaqaa A/Xuulloo baajata baraa 2018 taajaajila sektaroota isaa jala jiraniif kan oluu meeshaa isteeshinari guutu, farnicharii,eelektironiksi fi tajaajila addaa addaa biroof olaan caalbaasii ifaatin wal-dorgomsise hanga waajjiraati fichisiisuudhaan bituu barbaada
Addis Zemen(Aug 22, 2025)
Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።
Beeksisaa
Bulchiinsa Naannoo Oromiyaatti Godina Harargee Lixaatti Waajjiri Maallaaqaa A/Xuulloo baajata baraa 2018 taajaajila sektaroota isaa jala jiraniif kan oluu meeshaa isteeshinari guutu, farnicharii,eelektironiksi fi tajaajila addaa addaa biroof olaan caalbaasii ifaatin wal-dorgomsise hanga waajjiraati fichisiisuudhaan bituu barbaada.
Kanumaafuu, dhiyyesitoota seera qabeessa tahani caalbasii kana irraatti hirmachuu barbaadaniif meeshaalee mohan hanga waajjirraati galchuun qajeelfama wal-dorgommii armaan gadii guuttan akka wal-dorgomtan afeeramtaniruu.
- Hayyama seera qabeesa qabdanii fi gibira bara kafaltaani hayyama keessan dhaleefachuu dandeessan.
- VAT kan galmahee fi dhaalefachuu kan danda’uu.
- Sanada caalbaasi haqaa fi laaqa kan hin qabne.
- Dorgomtooni kabachiisa caalbaasii (CPO) tilmaama gati waligaalaa irraa 2% kan Baankiidhaan mirkakana’e,cheekidhaan turtii ji’aa sadi(3) kan qabu ykn qarshiidhaan 10,000 (kuma kudhaan) sanada caalbaasii waajjiin wal qabsisee galchuu kan danda’u.
- Dorgomtooni hujji kana irraatti hirmaatan sanada caalbaasii kana qarshii 200 (dhibbaa lama) Waajjira Galittii kafaluun fudhachuu ni danda’u.
- Dorgomtooni qajeelfama wal-dorgomii armaan olitti ibsame fi gatii wal- dorgomii gutuudhaan sanada caalbaasichaa saamsuudhaan Sanduuqa caalbaasii dhimmaa kanaaf qophaa’ee keessattii guyyaa fi sa’aa jedhaametti seensisuu qabu.
- Caalbasiin kan banamuu beeksiifni caalbaasi eega maxxanfamee guyyaa 21 ffaa guyyaa hojii hangaa sa’aa 6:00-6:30 galchuudhaan sa’aa 8:00 irraattii bakkaa dorgomtooni jiranitti ni banama.
- Waajirrii mala fooyya’aa yoo argatee caalbaasicha guutumma guututti ykn gara tokkeen haquuf mirgi isaa kan eegamee dha.
IBSA 0923200321/0910792727
Bulchiinsa Mootummaa N. Oromiyaa
Godina Harargee Lixaatti Waajjira Maallaaqaa A/Xuulloo