Your cart is currently empty!
Caalbaasii Bittaa Meeshaalee
Kallacha Oromiyaa(Aug 21, 2025)
Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።
Caalbaasii Bittaa Meeshaalee
Godina Q/Wallaaggaatti Waajjira Mallaaqaa A/J/Horroo Tajaajila hojii Wajjiraaleef kan oluu Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Dhabbatoo, kan akka Furniture gargaraa, Meeshaalee Elektroniksii, Uffata Seeraa hojjeetootaa, akkasumaas Suphaa Konkolataa fi Gommaa Konkolataa,akkaasumaas, Doqdoqqee calbaasii dhaan bituu waan barbaadeef karaa keessan Gaazeexaa dhaan akka nuu maxxansitan gafanna.
Kanaafuu ulaagaaleen dorgommichaaf barbaachisan:
1. Heyyama hojii seera qabeessa kan qabu
2. Gibira hojii bara 2017kaffalee heyyama hojii 2018 kan haareffate
3. Galma’aa VAT fi lakkoofsa eenyummeessaa kaffalaa gibiraa(TIN) ka qabu
4. Tarreeffama dhiyeessitootaa keessatti galma’aa ta’uu isaatiif ragaa kan dhiyeeffatu
5. Sanada caal baasii qarshii hin deebine qarshii 1000 n bitachuu kan danda’u.
6. Kabachiisa caalbaasii [cpo] qarshii 20,000 bankii beekamtii qabutti qabsiisuu kan danda’u fi raga isaa kan dhiyyeeffatu.
7. Ragaalee dorgommiif barbaachisan koppii isaa faayinsii fi Teekinka adda baasuun poostaa adda addaa lamatti samsee poostaa guddaa tokkoon lachuu kan kan dhiyeeffatu
8. Mo’ataan calbaasichaa waan mo’atee irraatti kabachisa waliigaltee %10 qabsisuu kan danda’uu.
9. Waajjirri kun filannoo biraa yoo argate caal baasii kanaan hin dirqisiifamu
10. Yeroo galmee,
11. caalbaasii gaafa 15/12/2017 hanga 24/01/2018 sa’aatii hojii mootummatti
12. Bakka galmee Waajjira Maallaqaa A/J/Horro Kutaa ttaa Lakk. 7tti
13. Guyaa caal baasiin itti banamu gaafa 25/01/2018 waaree dura sa’aatii 3:00 irratti bakka dorgomtoonni ykn bakka bu’oonni argamanitti
14. Bakki wal harkaa fuudhinsaa mana kuusaa W/M/A/J/Horroo Odeeffannoo dabalataaf Lakk. Bilbilaa 0921191037 ykn 0910325485
Waajjira Maallaqaa Aanaa J/Horroo