Godina Boorana Bahaatti Waajjirri Maallaqa Aanaa Gumii Eeldallo Manneen hojii Mootummaa Aanicha Keessatti argaamanif Meeshaalee adadaa bituu barbada


Kallacha Oromiyaa(Aug 28, 2025)

Please read the detailed instructions below. ከስር የተቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።

Caalbaasii 1ffaa

Godina Boorana Bahaatti Waajjirri Maallaqa Aanaa Gumii Eeldallo Manneen hojii Mootummaa Aanicha Keessatti argaamanif Meeshaalee Elektirooniksii, Meeshaalee biro keessaa, Meeshaalee Dhaabbii/Furniure/, Meeshalee Barreefama, Meeshalee Qulqullinna, Uffata Seera Hojjattoota Mootumma fi Gooma konkolaata bara bajaata 2018 Caal-baasii ifaatin wal-dorgomsisee bituu barbada kanaafuu caal -baasii irrattii dogomtotni hirmaachuu barbadaan, buu’urumaa kanaa gaditti ibsammen dhiyaatanii dorgmuu ni danda’u.

1. Dorgomtootni kallattii hojii daldalaa isaanittin heeyyamaa daldalaa bara 2018 kan haromsan isaan seera qabessa ta’ee gibira bara 2017 kan ittin kaffalan, facaatii list/kennaa tajajilaa keessa raga sanadootaa ittin galma’an fi galma’a Faayinaansii fi Ragaa Lakkofsa TN fotoo Kooppii isaa sanadaa caal baasii walin qabsiisan dhiyyeesuu qabu.

2. Dorgomtooni dhiyaatan galma’aa taaksii dabalataa (VAT) galmaa’uu isaanitiif raga fotoo kooppii dhiyeeffachuu kan danda’an ta’u qabu.

3. Dorgomtooni sanada Caalbaasii guyyaa beeksfini kun Gaazexaa kallacha Oromiyaatiin ba’ee eegaleeguyyota hojii 15/Kudha shan/ Keessaattii yeroo hundaa Sa’aati hojii ganamaa 2:30 hangaa sa’attii 6:30 sa’a booda 7:30 hangaa Sa’aati 11:30 maallaqa hin deebine qr.200 (Dhibbaa lama qofa) Waajjira Abbaa Taayita Galiwwaan Kaffaluun kutaa bittaa waajjira maallaqaa Aanaa G/Eeldallo dhiyaachuun sanadicha bitachuu ni danda’u

4. Dorgomaan kaamiyyuu kabachiisa Caalbaasiif kan oolu gatii tilmammaa bittaa cheekii (CPO) Baankidhaan mirkanaa’e Sanada 2 Orijnaala caalbaasicha waliin qabsiisee dhiyeessuu qaba.

5. Dorgomtooni sanada Caalbaasichaa Meeshaalee Elektirooniksii, Meeshaalee biro keessaa, Meeshaalee Dhaabbii/ Furniure/Meeshalee Barreefama, Meeshalee Qulqullinna, Uffata Seera Hojjattoota Mootumma fi Gooma konkolaata keessaa poostaa saamsameen,Orjinaalaa fi Kooppii addaan baasuun guyyaa 06/01/2018tti sa’aati 4:00 hanga sa’aati 4:30 tti Waajjiraa Maallaqaa Aannaa G/Eeldallo Saanduqa caalbaasicha kanaaf qophaa’ee keessa galchu qabu.

6. Caalbaasich gaafa Guyyaa 06/01/2018 tti sa’aatii 5:00tti dorgomtooni ykn bakka bu’oonni seeraa isaanii,akkasumas taajjabdoonni bakka argamanitti Waajjira Maalllaqa Aannaa Gumii Eeldallo Keessatti banama

7. Dorgomtoonni sanadaa Caal-baasichaa Saamsamee, Orjinaalaa fi Kooppii addaan baasuun guyya 06/01/2018 sa’aati 4:00 tti hanga sa’aati 4:30 tti Caalbaasichi Waajjira Maallaqa Aannaa Gumii Eeldallo Saanduqa caal- baasicha kanaaf qophaa’e keessa galchuu qabu.

8. Poosta dhiyaatu hundii Maqaa Dorgomaa, Teessoo/ Adress/, Chappaa, Mallattoo Dorgomaa fi waan irraatti dorgomuu adda baasee fuula poostichaa irraatti dhiyyeessu qaba.

9. Mo’ata Caal-baasii meeshalee ittin mo’atee hunda hangaa Waajjira Maallaqa Aanna Gumii Eledallo dhiyeessuu qaba.

10. Meeshalee qulquullinna qabu dhiyeessu kan danda’u

11. Afaan Caal-baasichaa ittini geggeeffamuu afaan oromiffaatiin.

12. Waajjiricha filannoo fooyya’e yoo arggatee Caal-baasichaa guutummaan guututti ykn gar-tokkee isaa haquudhaaf mirgi isaa’ seeraan kan eegamedha. Odeeffannoo Dabalataaf Lakk. Bilbilaa 0916850368 fi 0916939884

Waajjirri Maallaqa Aanaa Gumii Eeldalloo