Your cart is currently empty!
Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti Waajjirri Maallaqaa Bul/Magaala Shaambuu bara bajataa 2018tif Sekteroota Bulchiinsa Magaalichaa jala jiraniif
Addis Zemen(Aug 30, 2025)
Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።
Beeksisa Caal- Baasii Ifaa Lakk. 01/2018
Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti Waajjirri Maallaqaa Bul/Magaala Shaambuu bara bajataa 2018tif Sekteroota Bulchiinsa Magaalichaa jala jiraniif:
- Meeshaalee Barreeffamaa,
- Meeshaalee Qulqullinaa,
- Meeshaalee Biiroo keessaa,
- Elektroonikisii, Farniicharoota, Gommaa konkolaataa,
- Uffata Seeraa Hojjettootaa Daldaltoota Hayyama seera qabeessa qaban wal-dorgomsiisee Caalbaasii ifaatiin bitu barbaada.
- Heyyama daldalaa seera qabeessa kan qabaniif Gibira bara 2017/2018 kan Haaromfattanii xalayaa caal-baasii irratti hirmachuu danda’aan (Tax Cleaners) waajjira A/T/Galiwwaan irraa dhiyeeffachuu kan danda’uu ta’uu qabu.
- Galmaa’ota Taaksii dabalata qabeenyaa (VAT), Galmee kaffalaa Gibiraa (TIN Number) Waraqaa galmee ragaa daldalaa kan qabaniif raga kan dhiyeeffachuu danda’an.
- Galmee dhiyeessitootaa keessatti kan galmaa’anii raga dhiyeeffachuu kan danda’aan fi bittaa isaa Qarshii 20,000 (kuma digdama) oli ta’eef 3% (with Holding) kaffaluuf fedhii kan qabu.
- Waajjirichi akka barbaachisummaa isaatti meeshaalee bitu hanga 20% dabalee ykn hir’isee kan bitu ta’uu isaa beekee kan dorgomu.
- Dorgomtooni sanadaa caal-baasicha waajjira Galiwwaan bulchiinsa Magaala shaambuuti qarshii hin deebinee 500.00 (dhibba shan) kaffaluun sanadaa caal-baasii W/Mallaqaa Bulch/ Magaala shaambuu kutaa bittaa lakk.3 irraa fudhachuu dandessu.
- Beeksifni kun guyyaa ba’ee irraa eegalee guyyoota hojii 15 (kudha shan) keessati sa’a hojii mootummaatti 2:30-6:30 tti akkasumaas sa’a booda 7:30-11:30 ta’ee gaafa guyyaa hojii 15ffaa Godina Horroo Guduruu Wallaggatti Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaala Shaambuu kutaa bittaa Lakk.3tti sanadaa caal-baasii dhiyeessa gatii keessaan poostaa kan cuqalameen ykn samsameen orijjinala fi koppii isaa sanduqaa caal-baasii mana hojii keenyaan qophaa’e keessaa galchuu qabdu.
- Sanduuqni caalbaasichaa guyyoota hojii 15 (kudha shan) banaa ta’ee turuun gaafumaa guyyaa kana sa’a 4:00 irratti cufamee guyyumaa kan 4:30 irratti bakka dorgomtootni ykn bakka bu’ooni sirna baniinsa caal-baasicha irratti hirmatanii xalayaa bakka bu’iinsa seera qabessa ta’ee qabatanii argamaanitti waajjira Maallaqa Bulchiinsa Mag/Shaambuu kutaa bittaa lakk.3ffaa keessatti ni banama. Yoo dorgomtootni ykn bakka bu’ooni hirmachuu batanis caalbaasichi ni banama.
- Dorgomtooni Kabachiisa Wabumaa Qrshii 100,000 (kuma dhibaa tokko) caalbaasii keessan waliin CPO baankiin mirkinaa’e Maqaa waajjirrichan qabsisuu qaba akkasumas dorgomaan mo’ate gosa meeshaa mo’ate irratti mana hojiicha waliin waliigaltee kan mallatteessuu fi meeshaa mo’ate irraatti ida’ama waliigalaa keessa dhibbantaa (% 10) CPO qabsisu dirqama qaba
- Akkaataa qajeelfama dabalata qabeenyaa (VAT) % 15 keessa kara mana hojiicha % 7.5 citee kan hafuu yeroo ta’uu maallaqaa citeef nagahee seeraa qabeessa ni kenna akkasumas akkaataa qajeelfama Ministeera Maallaaqan bittaa mootummaa qarshii kuma digdama ol raawwatamuuf dhibbantaa (%3) kutee ambisuuf dirqama qaba ogeessan ilaalamee wal-harka fudhiinsi ni godhama.
- Dorgomtootni caal-baasicha mo’atan hundii gosa meeshaa walii galtee raawwatan hundaa baasii mataa isaaniin waajjira Maallaga Bulch/Mag/ Shaambuuti dhiyeessun galii gochuu qabu.
- Waajjirichii karaa fooyya’aa yoo argatee guutuma guututti ykn gar-tokkeen haquuf mirgaa qaba.
- Bakka Itti Argamuu;- Waajjirri Maallaqaa Bul/Magaala Shaambuu Magaala Shaambuu. Fageenyi Magaalaa Shaambuu irraa hanga magaalaa Finfinneetti km 314 Daandii Asfaalti.
- Oddeeffannoo dabalataaf lakk. 09-25-77-25-12/09-66-40-50-10/09-17-07-61-40
Mootummaa N. Oromiyaati Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti Waajjira Maallaqaa Bul/Magaala Shaambuu
cttx Cleaning and Janitorial Equipment and Service cttx, cttx Computer and Accessories cttx, cttx Electrical, cttx Equipment and Accessories cttx, cttx Furniture and Furnishing cttx, cttx IT and Telecom cttx, cttx Office Supplies and Services cttx, cttx Shoes and Other Leather Products cttx, cttx Spare Parts and Car Decoration Materials cttx, cttx Textile, Electromechanical and Electronics cttx, Garment and Leather cttx, Garments and Uniforms cttx