Go/Qe/Wallaggaatti Waajjira Mallaqaa A/Daalle Sadii Baajata Bara 2018 Meeshaalee Dhumeeyyii, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee ijaarsaa, Meeshalee Elektiroonksiifi Farnicherota, Meeshaalee Leenjii BLTO, Uffata Seeraa, Mootor Saayikilii, Gommaa Konkolataa fi Mootor Sayikilii, qaamoota heeyyama seeraa qabeessa qaban wal-dorgomsiisee caal-baasiin irraa bituu barbaada


Kallacha Oromiyaa(Sep 04, 2025)

ከስር የተቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ። Please read the detailed instructions below. 

Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Marsaa 1ffaa

Go/Qe/Wallaggaatti Waajjira Mallaqaa A/Daalle Sadii Baajata Bara 2018 1,Meeshaalee Dhumeeyyii 2,Meeshaalee Qulqullinaa 3,Meeshaalee ijaarsaa 4,Meeshalee Elektiroonksiifi Farnicherota 5, Meeshaalee Leenjii BLTO 6,Uffata Seeraa 7, Mootor Saayikilii 8,Gommaa Konkolataa fi Mootor Sayikilii, qaamoota heeyyama seeraa qabeessa qaban wal-dorgomsiisee caal-baasiin irraa bituu barbaada.

Ibsa caalbasichaa

Caalbasiin kun guyyaa Gaazexaa kallacha Oromiyaa irratt maxxanfamee baherraa eegalee ibsa meeshaalee kan qabate sanada (Dokument) guyyaa hojii 15f ta’ee sa’a dura 2:30-6:30 sa’a booda 7:30-11:00tti Godina Q/W/A/D/Sadiitti W/M/A/D/Sadii Biiroo lakk.9 bittachuu kan dandeessan ta’uu ni ibsa.

Kanaafuu Ulaagaalee barbaachisan:-

1. Idaa mootummaa bara 2017tti bilisa ta’uun heeyyama isaanii 2018 kan haarefatan

2. VAT, TIN fi Galmee Facaatii dhiyeessaa ragaa isaa kan dhiyeeffatan, Akkasumas, Gibira kaffaluusaa waraqaa qulququllina Ragaa A/T/Galii irraa kan dhiyeeffatu.

3. Imx”N Aanaa ykn Godina biroo irraa dhufu xalayaa qulqullinaa qaama isa ijaare irraa dhiyeeffachuu qaba.

4. Ibsa dokumeentii bittaf qarshii 500. {dhibbaa shan) W/Abbaa taayitaa Galiiwwan A/D/sadii kan kaffalu isaa kan ibsau nagahe isaa postaa teknikaa keessa kan galchuu.

5. Dorgomtonni kamiyyuu kabaachiisa caalbasii gatii tilmamaa bittaa waligalaa maqaa W/M/A/D/Saditiin qarshii 10,000.0 CPO CBE irraa bankiin dhaan mirkana’e ykn IMX yoo ta’an xalayaa deeggersaa qaama isan hundeessee irraa sanada Orijinaala caalbasichan walin qabsiisee dhiyeessuu qaba.

6. Mo’atan caalbaasii kana yemmuu walgaltee mallatteessuu wabii raawwii bittaa gatii waliigalaa meeshaalee mo’atan %10 cpo CBE baankiidhan mirkana’e kan qabsiisuqaba.

7. Sanada caalbaasii Tiknikaa kophii fi orijinaalaan postaa tokkon ta’ee, akkasumas Fayinanshalii Orijinalli postaa tokkon ta’ee,lamman isaa postaa guddaan bakka tokkotti seemiin ykn gagan, cufame galuu qaba.

8. Haqaa fi laaqan fudhatama hin qabu.

9. Guyyaa Beeksiisii kun bahee eegalee hanga guyyaa hojii walitti aanuu 15tti bakkee kan turu ta’ee gaafa 15 irratti sa’atii 8:00tti cufamee sa’aatii 8:30tti bakka abban dhimmaa ykn bakka bu’aan seeran bakka bu’ee bakka jirutti Kutaa bittaa W/M/A/D/Saditti ni banama.

10. Waajjirrii carraa biroo yoo argate caal-baasii kana guutumman ykn walakkan  ykn hequuf mirga qaba.

Odeeffannoo Dabalataaf Lakk. Bilbilaa 0910080712 ykn 0933980677

 Waajjira Mallaqaa A/Daallee Sadii.