Your cart is currently empty!
Waajjira Maallaqa Aanaa Oddoo Shaak Bittaa Korboo Konkoolaataa, uffata seera Elekitirooniksii fi Furniture bituu barbadaa
Kallacha Oromiyaa(Sep 25, 2025)
Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።
Caalbaasii
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Oddoo Shaakkisoo manneen hojii mootummaa Aanicha keessatti argaamanif 1. Bittaa Korboo Konkoolaataa fi uffata seera 2. Elekitirooniksii fi Furniture Bara Bajaata 2018 tiif caalbaasii ifaatiin Wal- dorgomsisee bituu barbada.
Kanafuu caalbaasii irrattii dorgomtootni hirmachuu barbadaan bu’urumaa kanaa gaditti ibsameen dhiyaatanii dorgomuu ni danda’a.
1. Dorgomtootni kallattii hojii daldalaa isaanittin heeyyamaa daldalaa bara 2017 haromsan ragaa sanadootaa ittin galma’an Ragaa lakkofsa TN fotoo kooppii isaa sanadaa caalbaasii walin qabsisaan dhiyyeesuu qabu.
2. Dorgomtooni dhiyaatan galma’aa taaksii dabaltaa (VAT) galmaa’uu isaanitiif raga fotoo kooppii dhiyeeffachuu kan danda’an ta’uu qaba.
3. Dorgomtootni sanada Caalbaasii guyyaa beeksifni Kun Gaazexaa Kallalcha oromiyaatiin ba’ee irraa eegalee guyyota hojii /15/ kudha shan/ hundaa sa’aati hojii gosa keessaattii yeroo sanada caal-baasii tokkon Tokkon isaaf maallaqaa hin deebine qr. 200.00 (dhibbaa lamaa) kaffaluun Adeemsa bittaa waajjira maallaqaa Aanaa oddoo shaakkisoo lakk. 3tti dhiyaachuun sanadicha bitachuu ni danda’u.
4. Dorgomaan kaamiyyuu kabachiisa Caalbaasiif kan oolu gatii tilmammaa bittaa waligalaa %2 maqaa waajjira maallaqaa Aanaa oddoo shaakkisoo CPO ykn cheekii Baankiidhaan mirkanaa’e sanada Orijinaala caalbaasicha waliin qabsiisee dhiyeessuu qaba.
5. Dorgomtootní sanada caalbaasichaa Bittaa Korboo konkoolaataa fi uffata seera poostaa saamsameen, Orjinaalaa fi kooppii addaan baasuun gaafa guyyaa 16ffaa sa’aati 4:00tti hanga sa’aati 6:00tti Waajjira maallaqa Aanaa oddoo shaakkisoo Saanduqa Caalbaasicha kanaaf qophaa’e keessa galchuu qabu.
6. Caalbaasichi Bittaa Korboo konkoolaataa fi uffata seera gaafa guyyaa 16ffaa sa’aa 8:00tti dorgomtootni ykn bakka bu’oonni seeraa isaanii, akkasumas taajjabdoonni bakka argamanitti galma Waajjira Maallaqa Aanaa oddoo shaakkisoo keessatti banama.
7. Dorgomtootni sanada caalbaasichaa Bittaa Elekitirooniksii fi Furniture poostaa saamsameen, Orjinaalaa fi kooppii addaan baasuun gaafa guyyaa 17ffaa sa’aati 4:00tti hanga sa’aati 6:00tti Waajjira maallaqa Aanaa oddoo shaakkisoo Saanduqa Caalbaasicha kanaaf qophaa’e keessa galchuu qabu.
8. Caalbaasichi meeshaalee Elekitirooniksii fi Furniture gaafa guyyaa 17ffaa sa’aati 8:00tti dorgomtootni ykn bakka bu’oonni seeraa isaanii, akkasumas taajjabdoonni bakka argamanitti galma Waajjira maalllaqa Aanaa oddoo shaakkisoo keessatti banama
9. Mo’ataan caal-baasii meeshalee ittiin mo’atee hundaa hangaa Waajjira maallaqa Aanaa oddoo shaakkisoo dhiyeessuu qaba.
10. Afaan caal-baasichaa ittinii geggeeffamuu Afaan Oromiffaatiin.
11. Waajiricha filannoo fooyya’e yoo argatec caal-baasichaa guutummaan guututti ykn gar-tokkee isaa haquudhaaf mirgi isaa seeraan Kan eegame dha Odeeffannoo dabalataaf Lakk Bilbilaa – 0463342005 Lakk.Mobile 0910195405
Waajjira Maallaqa Aanaa Oddoo Shaakkisoo