Your cart is currently empty!
Godina Boorana Bahaatti Waajjirri Maallaqa Aanaa Gumii Eeldallo Manneen hojii Mootummaa Aanicha Keessatti argaamanif Meeshaalee Elektirooniksii, Meeshaalee Dhaabbii /Furniture/, Uffata Seera Hojjattoota Mootumma bara bajaata 2018 Caal-baasii ifaatin wal-dorgomsisee bituu barbada
Kallacha Oromiyaa(Oct 16, 2025)
ከስር የተቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ። Please read the detailed instructions below.
Caalbaasii Marsaa 2ffaa
Godina Boorana Bahaatti Waajjirri Maallaqa Aanaa Gumii Eeldallo Manneen hojii Mootummaa Aanicha Keessatti argaamanif Meeshaalee Elektirooniksii, Meeshaalee Dhaabbii /Furniture/, Uffata Seera Hojjattoota Mootumma bara bajaata 2018 Caal-baasii ifaatin wal-dorgomsisee bituu barbada
kanaafuu caalbaasii irrattii dogomtotni hirmaachuu barbadaan, buu’urumaa kanaa gaditti ibsammen dhiyaatanii dorgmuu ni danda’u.
1. Dorgomtootni kallattii hojii daldalaa isaanittin heeyyamaa daldalaa bara kan haromsu isaan seera qabessa ta’ee, gibira bara kan ittin kaffalan, facaatii list/kennaa tajajilaa keessa raga sandootaa ittin galma’an fi galma’a Faayinsii fi Ragaa Lakkofsa TN fotoo Kooppii isaa sanadaa caal baasii walin qabsisaan dhiyyeesuu qabu
2. Dorgomtooni dhiyaatan galma’aa taaksii dabalataa (VAT) galmaa’uu isaanitiif ragafotoo kooppii dhiyeeffachuu kan danda’an ta’u qaba.
3. Dorgomtooni sanda Caalbaasii guyyaa beeksfini kun Gaazexaa kallacha Oromiyaatiin ba’ee eegalee guyyota hojii 15 /Kudha shan/ Keessaattii yeroo hundaa Sa’aati hojii maallaqa hin deebine qr.100 (Dhibbaa tokko qofa) Kaffaluun kutaa bittaa waajjira maalaqaa Aanaa G/Eeldallo dhiyaachuun sanadicha bitachuu ni danda’u
4. Dorgomaan kaamiyyuu kabachiisa Caalbaasiif kan oolu gatii tilmammaa bittaa cheekii (CPO) Baankidhaan mirkanaa’e Sanada 2 Orijnaala caalbaasicha waliin qabsiisee dhiyeessuu qaba.
5. Dorgomtooni sanada Caalbaasichaa Meeshaalee Elektirooniksii, dhaabbii xixxiqqa biiroo fi Meeshaalee Dhaabbii/Furniure/ keessaa poostaa saamsameen,Orjinaalaa fi Kooppii addaan baasuun guyyaa 27/02/2018 tti sa’aati 4:00 hanga sa’aati 6:00 tti Waajjiraa Maallaqaa Aannaa G/Eeldallo Saanduqa caalbaasicha kanaaf qophaa’ee keessa galchu qabu.
6. Caalbaasich Meeshaalee Elektirooniksii, dhaabbii xixxiqqa biiroo fi Meeshaalee Dhaabbii/Furniure/ keessaa gaafa 27/02/2018 tti sa’aatii 8:00tti dorgomtooni ykn bakka bu’oonni seeraa isaanii,akkasumas taajjabdoonni bakka argamanitti Waajjira Maalllaga Aannaa Gumii Eeldallo Keessatti banama
7. Mo’ata Caal-baasii meeshalee ittin mo’atee hunda hangaa Waajjira Maallaqa Aanna Gumii Eledallo dhiyeessuu qaba.
8. Afaan Caal-baasichaa ittini geggeeffamuu afaan oromiffaatiin.
9. Waajjiricha filannoo fooyya’e yoo arggatee Caal-baasichaa guutummaan guututti ykn gar-tokkee isaa haquudhaaf mirgi isaa seeraan kan eegamedha.
Odoeffannoo dabalataaf lakk.0916850368 fi 0916939884
Waajjirri Maallaqa Aanaa Gumii Eeldallo