Waajjira Galiiwwaanii Aanaa Limmuu Konkolaataa Loobeedii Eksikaavetera gurguruu barbaada


Kallacha Oromiyaa(Oct 23, 2025)

Please read the detailed instructions below. ከስር የተጠቀመጠውን እያንዳንዱን መረጃ በጥንቃቄ ያንብቡ።

Caalbaasii Marsan

Biiroo Galiwwan Orominysstti Wanjira Galiiwwanii Godina Wallagga Bahaani Waajjimi Galiwwanii Aanaa Limmuu Kaffalan gibirana Annaa keenyaa kan ta’an dhaabbata sheed itiigaafataummaan isaa murtaa’e yookiin hundeessitoota dhaabbatichan Obbo Alam Hayilee fi Obbo Mulgeetaa Hayilee Lakk. TIN 0004872808 tiin galmaa’ee kan beekamu Gibira Miindaa hojjettootaa. Taaksii Dabalata Qabeenyaa. Gibira bu’aa daldalaa Fedaraalaa fi Buusii Sooramaa. Hojjettoota Dhaabbilee dhuunfaa osoo hin kaffaliin. waan hafaniif akkaataa labsii Bulchiinsa Taaksii MNO lakk. 203/2009 keew. 43 fi Labsii TDQ (VAT) lakk. 1341/2016 fi akkaataa Labsii buusii Sooramaa Lakk 1268/2014 keew. 12 fi 13tiin aangoo nuu kennamee fi akkasumas akkaataa aangoo bakka bu’insa Ministeerri Galiwwan bu’uura Heera MFDRI kew. 50 (9), Labsii Qaama Raawwachiiftuu Feederaala Lakk. 1097/2011 kew. 31 (1), Labsii Hundeeffama Gumurkaa Lakk. 587/2000kew. 6 (13) fi Qajeelfama Qabaa Qabeenya Abbaa Idaa Taaksii Fedaraalaa Lakk. 6 (11) kew. 18 ( 1) fi (2) tiin nuuf kennameen Qabecenya Abbaa Idaa Taaksii Maqaa dhaabbatichaa yookiin hundeessitoota dhaabbata Kaffalaa gibiraa kanaan galmaa’ee kan beckamu:

1ffaa  Konkolaataa (IVECO) Loobeedii harkisu Lakk. Gabatee ET-03-31369, Lakk MootoraFLAT821042R 271-250748* Lakk. Shaansii *WJME3GPT004090075 kan ta’e

2 ffaaLoobeedii harkifamaa Lakk. *LC99403D9AXKS8020 kan ta’e shaansii

3 Eksikaavetera “CAT” Moodelli isaa 325CLN, Lakk, shaansii CAT0325CCCSJ00603* kan ta’ caal- baasii ifaan waldorgomsiisee gurguruu barbaada

Kanaafuu Namoonni yookiin dhaabbanni dorgomuu barbaaddan :-

1. Umuriin isaa waggaa 18 ol kan ta’e dorgomuu kan danda’uu fi guyyaa caal-baasiin kun kallacha Oromiyaa irratti maxxanfamee ba’ee irraa eegalee guyyaa 15(kudha shan) keessatti qarshii hin debinee Qr. 300 (dhibaa saadii) tiin sanada caal- baasiif qophaa’ee Waajjira Galiwwanii Aanaa Limmuutii bitachuu ni danda’a.

2. Dorgomtoonni guyyaa beeksifni caal-baasii kun Gaazexaa kallacha Oromiyaa irratii maxxanfamee ba’ee guyyootaa 15f qabeenyichi bakka argamu Aanaa Limmuu Magaalaa galiilaa ganda 01 Waajjira poolisii aanichaa cinaatii ilaaluun ni danda’ama.

3. Dorgomtoonni sanadaa bitachuudhaan unka qophaa’ee jiru irratti ka’umsa gatii ittiin bituuf dorgomaan qarshii isaa jechaa fi lakkoofsaan barreessuun gagaadhaan samsaanii galchuu qabu.

4. Dorgomtoonni ka’umsa caal-baasii qabeenyichi itti gurguramuuf taa’e keessaa 1/10 ykn 10% kabachiisaa caal-basii Baankii Siinqee C.P.O qabsiisee ragaa isaa dhiyeessuu qaba.

5. Dorgomtoota keessaa kan mo’ate yeroo beekamutti guyyaa r a mo’ate irraa kaasee guyyaa 15 (kudha shaan) keessatti qarshii ittiin mo’ate hunda lakkoofsa herrega baankii Waajjirichi kennuuf irratti galchee fudhachuu qaba.

6. Jijjiirraa maqaa waliin wal-qabatee baasii jiru qamaa caal-basicha mo’ateen kan hagugamu ta’a.

7. Waajirichii filannoo biraa kan argatu yoo ta’e caal-basicha guutummaa guutuutti ykn gam- tokkeedhaan haquuf mirga guutu qaba,

8. Caal-baasichi qilleensa irra guyyaa 15 erga oolee boods; gaafa guyyaa 15 waaree booda sa’atii 10:30 irratti saamsamee dorgomtoonni ykn bakka bu’oonni fi taajjabdoonni bakka argamanitti gaafa guyyaa 16ffaa Waaree dura sa’atii 5:00 irratti kan saaqamu ta’a

Ibsaa dabalataaf lakk Bilbilaa 09 17 03 87 51 irratti bilbiluun odeeffannoo dabalataa gaafachuu ni dandeessu

Waajjira Galiiwwaanii Aanaa Limmuu


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *