Kallacha Oromiyaa (Apr 23, 2026)
Caalbaasii Ifaa Bittaa Meeshaalee Dhaabbii Farnicharaa.
Wajjiira Paartii Badhaadhinaa Damee Godina Shawaa Kaabaatiif Meeshaalee Dhaabbii Furnituraa Caalbaasii ifaan qaama ulaagaalee dorgommii armaan gadiitti jiran guutuu danda’an irraa wal dorgomsisee bitu barbaada.
Ulaagaalee Dorgomichaaf Barbaachiisan
1. Galm’aa VAT kan ta’ee fi Hayyama Daldala kan Haaromsee, Waraqaa Qulquulluummaa Taaksii fi Gibira irraa barbaaddamu kaffalusaragaa A/T/Galiiwwanirraa dhiyeessuu kan danda’u, Ragaa TIN (Tax Identifacation Number/ kan dhiyesuu fi Waraqaa Ragaa Dhiyesummaa Dhiyeeffachuu kan danda’u
2. Dorgomaan Sanada Caalbaasii guuyyaa beeksifni kun Gaazexaadhan bahee eegalee guyyoota hojii 15 (Kudha Shan) keessaatti Qarshii hin deebinee Qar.500/Dhibbaa Shan/ Kafaludhaan Sanada Caalbasii qophaa’ee Waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Shawaa kaabaa Kutaa faayinaansiittii dhiyaatee bituu ni danda’a
3. Dorgomaan Kamiyuu Kabachiisa Caalbaasii /CPO/ Qarshii 250,000 (Kuma Dhibba lamaa fi kuma shantamaa) baankiin mirkana’ee qabsiisuu kan danda’u ta’u qaba.
4. Dorgomtootni Sanadaa Caalbaasichaa qophaa’ee guutudhan Orijinalaa fi Kooppii addaan baasuun guyyaa 16ffaa haanga sa’aattii 8:00 galchuun samsamame (Cuufamee) Guyyuuma sanaa Sa’attii 8:30ttii bakkaa dorgomtootnii ykn bakka bu’oonii jiraniitti ni banama. Guyyaa 16ffaa Guyyaa Sanbataa ykn Ayyaana irraa yoo oole guyyaa hojii itti aanutti kan seenu fi banamu ta’a,
5. Mo’ataan Caal-baasii Meeshaale mo’atee hundaa haanga Mana Meeshaa Wajjiira PB Godina Shawaa kaabaatti gatii Gejibaa fesisuu fi busisuu of-danda’e kan fiduuta’aa.
6. Wajjirichi caal-baasichaa guutumaan guututti ykn gar-tokkee isaa haquudhaaf mirgi isaa seeraan kan eegame dha. Odeeffanoo dabalataaf Lakk Bilbilaa 011 135 0268 Bilbiltanii ykn dhiyaattanii hubachuu ni dandesuu
Waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Shawaa Kaabaa Fiichee