Beeksisa Calbaasii – test3.diretenders.com

Beeksisa Calbaasii


Addis Zemen (May 09, 2026)

Beeksisa Calbaasii

Murtii Abbaa Mirgaa:- Waldaa Aksiyoona Qusannaa fi Liqaa Wasaasaa Damee Bishooftuu Murtii Abbaa Iddaa :-Obboo Buzaayyoo Sammawu jiduu falmii raawwii jiru ilaalchisee Mana Maqaa Raawwii Himatamaan Magaalaa Godiinoo Jiituu iddoo addaa ganda 01 Keessatti argamu lakk. Kaartaa 260/G/Ji/2014 ta’een gaafa 24/06/2014 maqaa Murtii Abbaa Iddaa (Obboo Buzaayyoo Sammawu) galmaa’ee jiruu lafa balinni karee meetira 400 ta’e irratti qubatee jiru Daangaa bahaan Daandii, Lixaan Ayyalech Kaabaan Ayyalech fi Kib- baan Asnaaquu ta’e galma’ee jiruu gatiin ka’umsaa qarshii 272,100.00( kuma dhibba lamaa fi kumaa saddeetamii shaniif torbaatami lamaa fi dhibba tokko) ta’een dorgoommii ifaan ta’een akka gurguramuuf Namnii bitachuu barbaaduu hafeeramee ji’aa tokkoof qilleensaa irraa oolee gaafa 30/09/2018 sa’aa 8:00 hanga salaa 9:25 tii caalibaasii ifaa ta’een koreen waan gurguruuf bakka cal- baasiin gaaggeeffamuuti dhiyaattanii akkaa bitattan namni caalbaasii injifate CPO dhaan 1/4 nama battalatti akka qabsiisu Manii Murtii Ol’aanaa Magaalaa Bishooftuu ajaajeera.

Mana Murtii Ol’aanaa Magaalaa Bishooftuu


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *