Waajjira Maallaqaa Godina Qellem Wallaggaa Meeshaalee barreeffamaa, Meeshaalee qulqullinaa, Meeshaalee elektirooniksii, Meeshaalee biiroo keessaa, Farnicharootaa fi Gommaa konkolaataa, Caalbaasii ifaa biyya keessaan wal dorgomsiifnee bituu barbaanna – test3.diretenders.com

Waajjira Maallaqaa Godina Qellem Wallaggaa Meeshaalee barreeffamaa, Meeshaalee qulqullinaa, Meeshaalee elektirooniksii, Meeshaalee biiroo keessaa, Farnicharootaa fi Gommaa konkolaataa, Caalbaasii ifaa biyya keessaan wal dorgomsiifnee bituu barbaanna


Addis Zemen (Aug 21, 2026)

Beeksisa Caalbaasii Ifaa Biyyoolessaa

Waajjirri Maallaqaa Godina Qellem Wallaggaa sekteraalee godinaatiif:

  • Meeshaalee barreeffamaa,
  • Meeshaalee qulqullinaa,
  • Meeshaalee elektirooniksii,
  • Meeshaalee biiroo keessaa,
  • Farnicharootaa fi
  • Gommaa konkolaataa
  • Caalbaasii ifaa biyya keessaan wal dorgomsiifnee bituu barbaanna.

Kanaafuu, dhaabbileen daldalaa ulaagaa gaafatame guutuu dandeessan sanada dorgommii kanaaf qophaa’e Waajjira Maallaqaa Godina Qellem Wallaggaa kutaa lakk. 9 keessaa qarshii hin deebine 5000(kuma shan) Lakk. Herregaa 1051654201215 Baankii Siinqee irratti galii gochuun Bank Slip ittiin gale qabattanii dhiyaachuun bitachuu akka dandeessan isin beeksisaa, caalbaasiin kun guyyaa Gaazexaa irratti maxxanfamee ba’e irraa kaasee guyyoota hojii 15 qilleensa irra turuun guyyaa itti aanu kan banamu ta’a.

Guyyaan dhumaa kun guyyaa Sanbattan ykn ayyaanaa yoo ta’e guyyaa hojii itti aanu ganama sa’aatii 3:30 irratti cufamee guyyuma kana sa’aatii 4:00 irratti Waajjira Maallaqaa Godina Qellem Wallaggaa Lakk. 9 keessatti bakka dorgomaan ykn bakka bu’aan seera qabeessa ta’eargamutti banama. Dorgomaan argamuu fi dhiisuun baniinsa caalbaasiihin hambisu.

Odeeffannoo dabalataaf: 0911016291/0912432121/0917840427

Waajjira Maallaqaa Godina Qellem Wallaggaa


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *