Kallacha Oromiyaa (Aug 27, 2026)
Beeksisa caalbaasii
R/Himattuun Aadde Maskaram Taaddasaa fi R/himatamaan Tokkummaa Hayileefi jidduu Lixaan Waldaa Aksiyoonaa Liqii fi Qusannaa Xixiqaa Mattamaaman Damee Walisoo B/B Mokonnin Kabbadaa jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa qorqorroo luukii 70 Aanaa Walisoo Ganda Obbii Kojii keessatti ballina M² 200 irratti argamu,gatii ka’umsa caalbaasii qarshii 1,039,148n gaafa 23/01/2019 sa’aatii 3:00 – 6:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan iddoo,guyyaafi sa’aatii ibsametti qaamaan dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta’uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Aanaa Walisoo.