Kallacha Oromiyaa (Sep 17, 2026)
Beeksisaa Caalbaasii 1faa Misooma Koriidarii
Waajjira Maallaqaa Godina Baaleetti, Waajjirri Maallaqaa Aanaa Diinshoo Caalbaasii Ifaan Kontiraaktarootaa Sadarkaa GC/RC-4ffa fi Isaa Ol{Above} qaban Misoomaa Kooridarii Magaalaa Diinshoo Naannoo Kolidaaarii 1ffaa Hanga Gabaaya fi Noonnoo Kolidariii Marsaa 1ffaa hanga laga Danqaa L1 + L2 = 455+455 =910M Magaalaa Diinshoo on going dhaan kontiraaktaroota Ga’umsa Qaban Dorgomsiisee Hojjechiisuu Barbaada. Haaluma kanaan Dorgomtoonni Gahumsa Qaban Ijaarsa Pirojektii Misoomaa Kooridarii Magaalaan Diinshoo Hojjechiisuu barbaadu kana irraatti Dhaabbileen Hojii Ijaarsaa Irratti Bobbaatan Ulaagaalee Armaan Gadii Guutan Dorgomuu ni Dandeettu.
1.Kontraaktara Hayyama Ijaarsaa Seera Qabeessa Sadarkaa GC/RC-4ffa fi isaa ol Kan Bara 2019 tii Kan Haarawoomse.
2.Hayyama Hojii Daldalaa Kallattiin Qabuu fi Kan Bara 2019 tii Haarawoomse
3.Waraqaa Ragaa Qulqullummaa Gibira Mootummaa Bara 2019 Kan Dhiyeeffachuu Danda’u.
4.Waraqaa Raga Dhiyeessummaa, Lakkoofsa TIN, VAT Galmaahaa Kan ta’e fi Dhiyeefachu Kan Danda’u.
5. Dorgomaan hojii kanaan dura hojjate qulqullinaan hojjachuu isaa raga deegarsaa dhiyeefachuu qaba. Akkasumas bara 2018 dura hojii kan hin hojjanne yoo tahe raga dhiyeeffachuu qabaa.
6.Dorgomtoonni Guyyaa Beeksifni Calbaasi Kun Bahe Irraa Kaasee Ibsa Dokumentii Sanada Caalbaasicha Qarshii Hin Deebine 2000(Kuma Laman) akkawuntii baankii siinqe 1049171240213 mana qopheessa magaala Diinsho jedhu irratti galchuun sanada caalbaasii waajjira maallaqa aanaa Diinshoo irraa bitachuun ni dandeettu
7. Gahumsa Ogummaa Rogummaa qabu waraqaaa ragaa GC/RC-4 fi isaa ol kan dhiyeeffatu ta’uu qabaa
8. Kontiraaktaroonni wabii kabachisaa caalbaasii ykn CPO qarshii 500,000 (Kuma dhibba shan )ETB postaan saamsuun wabii kabachisaa caalbaasii jedhee irratti barreessun dhiheffachuu qaba.
9.Dordomaan dokmentii poroposala teeknikaa, CPO fi Poroposala faayinanshalaa adda addatti posaadhaan saamsama, Dokmentiin poroposaalaa Teeknikaalaa fi faayinanshalaa sadarkaa lamatti kan saamsamu yoo ta’u,1ffaa poroposaala Teknikaala Orginaala koopii teknikaala 1ffaa fi koopii Teeknikala 2ffaan erga kophaa kophattin saamsamee booda poroposalaa Teeknikaala Orginaalaa fi koopiin teekmnikaalaa 1 ffaa bakka tokkotti poostaa tokkoon saamsamee postaa irratti poroposala teeknikaala Orjinaala fi kooppi Iffaa jedhamee barreeffamuun Poroposala teeknikaala 2ffaa waliin postaa tokkoon saamsamee poroposala Teeknikaalaa jedhamee irratti barrau qaba..
10. 2ffaa poroposala financiala Orijinaala, kooppii financiala Iffaa fi kooppii finaciala 2ffa kophaa kophaatti erga saamse booda poroposali financiala orjinaala fi kooppii faayinaanshala Iffaa bakka tokkotti postaa tokkoon saamsamee postaa irratti poroposala teknikal orginaala fi koopii Iffaa jedhee irratti barreessuun poroposaala financiala 2ffaa waliin poostaa, tokkoon saamsamee poroposals financiala jedhamuun irratti barreeffamuu qaba.
11. Dorgomaan dhuma irratti Sanada teeknikaala, sanada financiala fi CPO kabachiisaa caalbaasii jechuun dokumentii sadan bakka tokkottott posta waligalaa tokkoon (One mother involope)n dhiyeessuu qaba. Akkasumas tokko tokkoo poostaa irratti maqaa kontraaktaras, maqaa pirojektii fi mallattaa’uun chaappefamuun saamsamuu qaba.
12. Ragaan dorgomaan dhiyeefatu Haqaa fii laaqaa yoo qabatee fudhatama hin qabuu
13. Dorgomtoonni sanada Caalbaasii samiin samsuun sanduuqa caalbaasii kanaaf qophaa’e kessa galchuu qabuu
14. Sanadni dorgommii caalbaasi kan banamu guyyaa beeksifni caalbaasii kun gaazexaa kallacha oromiyaatiin qilleensa irra oole kaasee guyyoota walitti aanan 21 qilleensarra turuun guyyaa 22ffaa waajjira mallaqaa aanaa Diinshoo kutaa itti gaafatamaatti sa’aatii 3:30ni saamsamee, guyyama kana sa’aatii 4:00tti bakka dorgomtoonni ykn bakka bu’oonni seeraa jiranitti kan banamu taha. dorgomtoonni guyyaa kanatti sanadoota hayyama hojii(legal licence) originala harkatti qabatanii dhiyaachuu qabu
15. Guyyaan baniinsa caalbaasii guyyaa Sanhataa fi Dilbataa Akkasumas Guyyaa Ayyaanaaa irra yoo oole guyyaa hojii itti aanu Iddoo gubbaatti tugamee fi sa’atii jedhametti kan banamu ta’a.
16. Mo’ataan caalbaasii bu’aa caalbaasii erga beekee kabachiisa waliigaltee gatii walii galaa caalbaasii mo’ate kessaa 10% Baankiin Kan mirkanaa’e(CPO) ykn dhaabbata inshuraansii beckamaa irraaa Qabsiisuu Qabaa
17. Waajirichi Filannoo Addaa Yoo argate Calbasichaa guutuun guututtii Ykn gartokken haquu ni danda’aa.Odeeffannoo dabalataaf -Lakk Bilbilan-0947443077 ykn 0911044032 Waajjira Maallaqaa Godina Baaleetti,
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Diinshoo