Waajjira Maallaqaa Aanaa Gumbii Bordoddee Ijaarsa Gamoo G+0 ijaarsisu barbadaa. – test3.diretenders.com

Waajjira Maallaqaa Aanaa Gumbii Bordoddee Ijaarsa Gamoo G+0 ijaarsisu barbadaa.


Kallacha Oromiyaa (Sep 24, 2026)

Beeksisaa Caalbaasii

Waajjira Maallaqaa Aanaa Gumbii Bordoddee Ijaarsa Gamoo G+0 ijaarsisu waan barbaadeef doorgomtoonnii dorgomtoota biyya keessa ulaagaa armaan gadii kana guuttan akka doorgomtan isin afeera. Waajjira Maallaqaa Aanaa Gumbii Bordoddee gosa ijaarsa arman olitti ibsamee kanaf doorgomtoonnii caalbaasii kana irratti dorgoman ragaalee armaan gadii dhaleeyfachuu dirqama qaban.

1. Waraqaan ragaa galmee hayyama ogummaa dorgomaa haara’e abba taayita konistrakshini oromiyaa ykn ministera magaala fi manneen federaala sadarka ga’umsa GC-5,BS-5 fi isa ol ta’u ragaa bara 2019tti haara’e dhaleyfachu qaba.

2. Hayyama daldalaa bara 2019 tti haarome qabaachuu qaba.

3. Waraqaa ragaa qulqulina kafalta gibiraa bara 2019ti fi caalbaasii kana irratti akka dorgomuu danda’u xalayaa raga abbaa taayitaa galiwwan gibira itti kaffalan irraa raga dhaleffachuu qaba.

4. Waraqaa ragaa galmee taksii dabalataa qabenya gatii. Waligaltee 100,0000 (kuma dhibba tokko) caaluu fi isaa ol tahe abba taayita galiwwan oromiya yookan ministera galiwwan federaala irraa fudhachuu qaba.

5. Heyyama daldalaa seera qabeessa ykn waraqaa ragaa galmee hundeeffama dhaabbata daldalaa ragaa dhaleffachu qaba.

6. Caalbasii kun adeemsa caalbaasii biyyoolessatti kan hordofee ifatti kan bahee fidoorgomtoota ulaagalee madaallii dandeetti teknikaa,ga’umsaa fi muuxannoo qaban akkaarmaan gadii kanattii ibsaman guutaniif ifatti bahee jira.

7. Dorgomaan caalbasii kana irrattii hirmaachudhaf fedhii qabuu ragaalee sanada caalbaasii bitachuudhaaf sa’a hojii mootummaa guyyoota 21 f ganama 2:30 hanga 11:30 guyyootan hojii wixata hanga jimaata argachu dandeessu. sanadnii caalbaasii guutuun afaan oromotin kan qophawe fi dorgoman sanada caalbaasii kana hirmaatuu barbaaduu qarshii hin deebine 2000 (kuma lama) qofa kafaludhan iddoo armaan gaditti ibsamee kana irraa argachuu dandeysuu Iddoo Waajjira Galiwwan Aanaa Gumbi Bordodde: Godina Hararge Lixaa Aanaa Gumbi Bordodde Magaala Bordoddetti. Dorgomaan Sanada Caalbaasii Kana Irratti Hirmaatu Dokumentii Teknika Copy Fi Original Posta Garagara Keessatti Saamsuudhan Cufun Kan Dhiheysan Taha. Akkasumaas Dokumentii financial original fi copy posta garagara kessa galchuudhaan saamsuun cufudhan kan dhiheysan taha.

9. Hubachisa dorgomaan osoo kana hin godhiin dokumenti galchee ragaaleen isaaniixinxala teknika fi financial kan hin gaggessine taha.

10. Madaalliin ykn xinxallii caalbasii kan ademsifamu jalqaba xinxala teknikaa itti ansun xinxala financial kan godhamu taha.

11. Dorgomaan caalbaasii kana irratti hirmaatuu muuxannoo hojii kallattii kan qabu fi kanafis ragaa mirkaneessa sirrummaa gahumsa dorgomaa miiltoo waliin, waraaqaa raga kaffaltii duraa fi dhumaa(payment certificate first and final pament), walharkaa fuudhinsa jalqabaa/ xumuraa, waliigaltee pirojektichaa,xalayaa raawwii hojii gaarii/ waraqaa raga raawii hojii gaarii fa’a

12. Hubachiisa:-Dorgomaan Kamiyyuu Muuxannoo Kaallattii Ijaarsa Gamoo, Tahuu Qaba.

13. Dorgomaan Caalbasii Kana Irratti Hirmaatee Sanada Caalbaasii Teknika Fi Financial Gaafa Guyyaa 14/1/2019 hanga gaafa guyyaa 12/2/2019ttii Waajjira Maallaqa Aanaa Gumbi Bordodde Sanduuga Caalbaasii Kanaf Qophaweetti Galchu Qaba. ploe miño

14. Guyyan sanadnii caalbaasiin itti banamu guyyaa 12/2/2019 waaree booda sa’atii 8:30tti.

15. Dorgoman caalbaasii Kana Irratti Hirmaatu Hundinuu Wabii kabachisa Caalbaasii Qarshii 800,000(Kum dhibba saddet) bifa CPO tiin.mirkana’e dhaleffachu qaba. Dorgoman KanaOso Hin godhin hafee sanadnii caalbaasii isaa xinxala teknikatif kan dabarre fi dorgommin ala ta’a. Dorgomtoonnii sanada tekniika fi financial firi tokko fi copy bayina firi lama galchu qabunt?

16. Hubachiisa dorgoman sanada caalbasii yeroo galchu potsa. irratti bakkan an hin jirretti sanadnii caalbaasii kiyya banamee xinxalaaf ha dhiyaatu je’e irratti barreessee mallateessu qaba. Kana oso hin godhiin yo dhisee ykn guyyaa caalbaasiin banamtuu qaaman achitti hin argamiin dorgimiin ala ta’a, nuzudomme asdan satedbe

17. Sanadnii caalbaasii teeknikaa fi faayineeshaalaa dorgomtoota guyyaa 12/2/2019_sa’aati 8:30ttii bakka dorgomaan ykn bakka bu’aan jirutti ni banama.

18. Iddoon sanadnii caalbaasii dorgomtoota ittii banamu Goodina Hararge Lixaa Aanaa Gumbi Bordodde, Waajjira Maallaga Aanaa Gumbi Bordodde, Kutaa Itti Gaafatama  Magaala Bordoddetti

19. Mannii hojii mootumma haala kaminuu caalbasii kana gar tokkenis tabe guutumattii haquu mirga qaba. Odeefannoo dabalataaf lakkoofsa bilbilaa, 09 10 81 83 33, 09 22 00 80 97 ykn 09 18 91 82 75

Waajjira Maallaqaa Aanaa Gumbii Bordoddee


Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *