Kallacha Oromiyaa (Sep 24, 2026)
Beeksisa Caalbaasii
Naannoo Oromiyaatti Manni Murtii Aanaa Aagaa Waayyuu bara bajaata 2019 hojii mootummaatiif bittaa meeshaalee dorgomtoota dorgomsiisee caal-baasii ifaatiin meeshaalee dhaabbii,uffata seeraa Farnichaaraa, Elektrooniksii, Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee Qulqullinna, Meeshaalee Dhaabbii Xixxiqqa Biiroo keessaa bituu barbaada.
Kanaafuu, Caalbaasii irraattii dorgomtootni hirmaachuu barbaddan, bu’uuruma kanaa gaditti ibsameen dhiyaatanii dorgomuu ni dandeessu.
1. Dorgomtootni kallattii hojii daldalaa isaanitiin hayyama daldalaa haaromfamee fi seera qabeessa ta’ee gibiraa bara ittin kaffalan, facaatii (list/ kennaa Tajajilaa keessan ragaa Sanadootaa ittin galma’an fi Faayinaansii fi ragaa Lakkoofsa TN Fotookooppii isaa Sanadaa caalbaasii waliin qabsisan dhiyyeesuu qabu.
2. Dorgomtoonni dhiyaatan Galma’aa taaksii dabalataa (VAT) galma’uu isaanitiif ragaa footookooppii dhiyeeffachuu kan danda’an ta’uu qaba.
3. Dorgomtootni Sanada caalbaasii guyyaa beeksifni gaazeexaa kallachaa Oromiyaatiin baye irraa eegalee guyyoota hojii 15 keessatti yeroo hunda sa’aatii hojii gosa sanadaa caalbaasii tokkoon tokkoon isaaf maallaqaa hin deebine qarshii 100 (Dhibba) kaffaluun Adeemsa bittaa Mana Murtii Aanaa Aagaa Waayyuu tti dhiyaachuun sanada bitachuu ni danda’u.
4. Dorgomaan kamiyyuu kaabachiisa caalbaasiif kan oolu gatii tilmaamaa bittaa waliigalaa irraa % 2 Maqaa Dorgomaa CPO ykn cheekii bankiidhaan Mirkanaa’e sanada Orjinaala caalbasichaa waliin qabsiisee dhiyeesuu qaba.
5. Dorgomtootni sanada caalbaasii Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee qulqulinnaa, Maxxansaalee, Meeshaalee Dhaabbii xixxiqoo biiroo keessaa fi Meeshaalee Elektrooniksii.
6. Dorgomtootni sanada caalbaasii Meeshaalee Elektrooniksii, Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee Qulqullinnaa, Maxxansaalee, meeshaalee dhaabbii xixxiqqa biiroo keessaa
7. Dorgomtootni sanadaa Caalbaasii Meeshaalee dhaabbii /Furniture/, Bittaa Uffata Seeraa.
8. Meeshaalee armaan olitti ibsamee dorgomtootni sanadaa caalbaasichaa Poostaa Saamsameen Orginaalaaf kooppii adda baasuun guyyaa beeksisni bahee qilleensarra oole kaasee guyyaa 15 keessatti guyyaa hojii sa’aatii 02:30 hanga sa’aatii 11:30 sanduqaa poostaa caalbaasichaa kanaaf qophaa’e keessa galchuu qabu.
9. Caalbaasichi fulbaana 29/1/2019 sa’aatii 04:00 dorgomtootni ykn bakka bu’oonni seeraa isaanii akkasumas tajjabdoonni bakka argamanitti Mana Murtii Aanaa Aagaa Waayyuu keessatti banama.
10. Mo’ataan Caalbaasii Meeshaalee ittiin mo’ate hunda akkatumma woliigaltetti Mana Murtii Aanaa Aagaa Waayyuutti dhiyeessuu qaba.
11. Afaan Caalbaasichaa ittiin gaggeeffamu Afaan Oromootiin ta’uu qaba.
12. Manni hojii filannoo fooyya’aa yoo argate caalbaasicha guutummaan guututti ykn gar tokkee isaa haquudhaaf mirgi isaa seeraan kan eegamee dha.Odeeffannoo Dabalataaf, Lakk.Bilbilaa 09 31 07 11 16
Mana Murtil Aanaa Aagaa Waayyuu Hayadiimaa