Kallacha Oromiyaa (Oct 22, 2026)
Beeksisa Caalbaasii
Kaffalaa Taaksii Obbo Daggifee Muuraj Maak- saa Lakkoofsaa Eenyummaa kaffalaa Taaksii (TIN) 0002660846 kan beekamuu Taaksii (Idaa Mootummaa XQarshii 32,469,873.638(Miliyoonaa Sodomii Lamaaf kuma dhibban afuurif kuma jatamii sagaliif dhibbaa sa- detif torbatamii sadi fi sant.638/100) kan irraa barbada- muu osoo hin kaffaliin waan hafaniif teessoo isaanii Magaalaa Bishooftuu Kutaa Magaalaa Caalalaqaa Aanaa Arsadee iddoo adda naannoo Wajjiraa Aanaa Ar- sadee ykn Naannoo Gabaa Godinoo tara osoo hin gahiin irraa Lakkoofsa Manaa hara kan ta’e qabeenyaa abbaa idaa taaksii akkataa labsii bulchiinsa taaksii Abbaa Ta- ayitaa Galiiwwanii Oromiyaa Lakk.203/2009 kewt-43n angoo kennameen caal-baasiin gurguruu barbada.
1. Gatii Ka’umsaa Caal-baasii meeshichaa qarshii 1,785,562.43(Miliyoonaa tokkof kuman dhibbaa tor- baaf kumaa sadetamii shaaniif dhibbaa shaaniif jat- amii lamaaf santima 43/100)dha.
2. Haalaa Caal-baasichaaf ragaa dabalataa Wajjiraa Galii Bulchiinsaa Magaalaa Bishooftuu Gamoo Iffaa Garee Seeraa Taaksii kabachiisuu irraa argachuun ni dan- da’ama.
3. Dorgomtooti gatii ka’umsaa caal-baasichaa keessaa (%10) Maallaqa dheedhiin ykn CPOn dursanii Lakk. Herregaa Baankii Siinqee 1064473351216 irratti qab- siisuu qabu.
4. Dorgomtooti gatii meeshichaa ittiin bituu barbaadan ifatti lakkoofsaa fi qubeedhaan barreessanii poostaatti saamsuun teessoo Magaalaa Bishooftuu kutaa Magaa- laa Calalaqaa Gamoo Bulchinsaa Magaalaa Bishooftuu Wajjiraa Galii Magaalaa Bishooftuu Gamoo Darbii Iffaa Garee Seeraa Taaksii Kabachiisutti guyyaa 12/02/2019 irraa hangaa 12/03/2019 sa’atii 11:30tti waajjira Galii- wwanii Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu Lakk GamooIffaa Garee Seeraa Taaksii kabachiisuutti Saanduqaa Caal-baasiif qophaa’eetti galchuu qabu.
5. Caal-baasichi gaafa guyyaa 12/03/2019 guyyaa kees- saa sa’atii 11:30tti cuufame guyyaa 13/03/2019 ganama keessaa Sa’atii 3:30tti dorgomtotii ykn bakka bu’ati bakka bu’aan fi abbaan qabeenyaas bakkaa ar- gamanitti galma walgahii Wajjiraa Galiitti ifaan bana-ma
6. Caal-baasicha abbaan Mo’ate qarshii inni dursee kaf- falee ykn CPOn qabsiise itti herregameefii gatii ittiin mo’ate guyyaa mo’achuun isaa ibsame irraa eegalee guyyoota 15 (kudha shan) keessatti kaffalee xuudhaan qabeenyicha fudhachuu qaba.
7. Dorgomtoota gatii meeshichaa ittiin mo’atan guyyaa 15 (kudha shan) keessatti kaffalee fixuu yoo baate qarshii wabiidhaaf qabsiise waajjirichaaf galii ta’e caal-baasi- chi ni haqama.
10. Abbaan Taayitichaa caal-baasii kanaaf haala mijataa yoo argate gartokkeenis ta’e guutummaa guutuutti caal-baa- sicha haquu ni danda’am. Hubachiisa:- Ibsa dabalata- af bilbila lakk. 0900350025 ykn 0946938838 Biiroo Galiiwwan Oromiyaatti
Wajjiraa Galii Bulchinsaa Magaalaa Bishooftuu